Leka-Getema Self Help Group
Leka-Getema
08/02/2020
Fuulli kun fuula 'Waldaa Walgargaarsa Leeqaa Gatamaa' ( Leka Getema Self help Group) kan jedhamu yommuu ta'u dhalattoota Aanichaatiin mudanniowwan jireenya hawaasummaa keessatti miseensotaa fi hawaasa Aanichaa mudachuu malan gurmuudhaan furuuf jedhamee kan hundeeffame dha. Waldichi dhalattoota Aanichaa Finfinnee fi naannooshee jiraataniin kan hundeeffamarra waan jiruuf namootni hirmaachuuf fedha qabdan akka hirmaattanii tumsa gootan waamicha isiniif goona.
14/10/2017
Let's join and contribute
Want your organization to be the top-listed Government Service in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Ay
Addis Ababa