Khaxari

Khaxari

Share

Official Khaxari page “Wanti nu hin ajjeesne nu jabeessa.”

06/06/2025

Mee Naaf Eebbisaa
Jaalala Abbaan Ilmoof Qabu Huzee Sirrattiin Bare Siin Jaaladha Bikka

04/04/2025

Arra Waa'ee Sharmarke Adam Dubbachuun Fedha.

Ati Dhugumatti Yoon Gara hedduutti Si Hiike Maal akkaan siin Ja'u Hin beeku Namoonni Hedduun Si beekan Malee Waa'ee Kee Kan beeku Namoota Muraasa Ani Garuu Akkaan duraan si beeku caalaa eegaan sitti dhihaadhee Hiriyaa si goradheen Booda wantootaan ani Hubadhe keeysaa
Ati akka Ilaalcha Dhala namaa qoqqooduuf Dhimma Hin qabne
Akka Nama Namummaan Jaalattuu fi Bakka isaaniin malu abbaa fedheef Kennitu.
Akka yeroo Rakkinaa fagaattee Yeroo Gammachuu qofa Namatti Hin Makamne
Ofii kee caalaa akka namaaf tahuun si gammachiisuun Hubadhe
Hedduun Si Jaaladha 🥰🥰🥰🥰🥰

21/02/2025

Si hinqabu taanaan, eenyuun qaba?
Siin Jaaladha

Dhiira Ajaa'ibaa!
Sheekhni kun guyyaa 5 keessatti Quraana khattama. Sanuu salaata halkanii (Leeylii) keessatti qara'a. Akkasuma Baatii hundarraa guyyaa 15 soomanaan dabarsa. Waggatti guyyaa 180 ol soomana jachuudha. Maasha Allah!

Zamana kana keessa gabrichi akkanaa jiraachuun hedduu Nama gammachiisa. Dhiira akkanaa tanaaf Rabbiin Rahmata nuuf godhaa Jira.

Baay'inaan namni sheekha kana beeku jira natti hin fakkaatu. Maqaa isaanii baruu Yoo feete Sheikh Musxafaa Sheikh Saadiq ja'ama. Aalima guddaadha. Ammallee Rabbi Isahaa tiiysu!

By ulamoota keenyaa

Khaxari App - Waa'ee Application 12/02/2025

Wantoota Ijoo Bu'aa Qabu

Khaxari App - Waa'ee Application Teknooloojiin yeroo ammaa keessatti apps (applicatioota) yeroo dheeraaf hawaasa keenya keessatti tajaajila olaanaa kennuuf deeman. Daldalaa, barnoota, fayyaa, hawaasummaa fi jireenya keenya keessatti appoota adda addaa fayyadamuun bu'aa guddaa galmeessisnee jirra. Appoota kunniin gatii bu’uuraa fi...

05/02/2025

Dubbii Gabaabduu Waa'ee Dire Dawa
https://www.khaxari.sbs/

04/02/2025

Xawwiloo Comedy 😃
https://www.khaxari.sbs/
゚viralシ

20/01/2025

QATAR akkami deemamaa Deebisa keessan videodhan
https://www.khaxari.sbs/
✋️🇶🇦 0931024452 +97450284987

゚viralシ

Photos from Khaxari's post 17/01/2025

Ilma ko yaa jabaa mul'adhu Hin dhokotin
Hamtun sin arkatin Narraa Hin rakkatin



Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Address


Addis Ababa