BRICS
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from BRICS, Marketing Agency, Addi-Abeba, Addis Ababa.
09/02/2026
ውድ ኢትዮጵያዊያን
በዚህ ሳምንት ውዷ ሀገራችን በአፍሪካ ኅብረት ጉባኤ ለመታደም የሚመጡ እህት ወንድም አፍሪካዊያንን ለማስተናገድ ልቧን ከፍታ-እጆቿን ዘርግታ ትቀበላለች። እነዚህ ወዳጆቻችን የሰንደቃችንን ቀለማት የሚጋሩ፣ ኢትዮጵያን እንደነፃነት ቀንዲል የሚመለከቱ ብሎም ሀገራችን የአኅጉሩ የፖለቲካ ርዕይ የማዕዘን ድንጋይ አድርገው የሚያከብሩ ናቸው።
ኢትዮጵያ ወደር በሌለው እንግዳ ተቀባይነቷ ለምን ልትከበር እንደበቃች በአቀባበላችን እናሳያቸው። እንደቤታቸው እንዲሰማቸው እናድርግ። በክብር እንቀበላቸው። በፍቅር እናቆያቸው። ተደምረን ሰንደቃችን የሚወክለውን የአፍሪካ አንድነትን መንፈስ እና የሚያያይዘንን የወል ህልም እናክብር!
Jaaltamtoota Itoophiyaanotaaf,
Torbee kana biyyi keenya jaalatamtuun Afrikaanota obbolaa keenya Yaa'ii Gamtaa Afrikaa irratti hirmaachuuf dhufan keessumsiisuuf balbalashee bantee harkashee bal'iftee ni simatti. Hiriyoonni keenya kunneen haalluu alaabaa keenya kan qooddatan, Itoophiyaa akka mallattoo bilisummatti kan ilaalan, akkasumas biyya keenya akka dhagaa bu'uraa mul'ata siyaasaa ardichaatti kan kabajanidha.
Simannaa keenyaan Itoophiyaan simannaa keessumaashee gita hin qabneen maaliif kabajamuu akka dandeesse itti haa agarsiifnu. Akka waan manasaanii jiraniitti akka itti dhagahamuu haa taasifnu. Kabajaan haa simannu. Jaalalaan haa tursinu. Ida'amnee miira tokkummaa Afrikaa alaabaan keenya bakka bu'uufi kaayyoo waloo hunda keenya walittiqabu haa kabajnu!
To my fellow Ethiopians,
This week, our beloved homeland opens its arms to fellow Africans attending the AU meetings. These are friends who share the colors of our flag, who see Ethiopia as a beacon of freedom, and who regard our country as a cornerstone of political vision for the continent.
Let’s show them why Ethiopia is known for its unmatched hospitality. Let’s make them feel at home, greet them with respect, and embrace them with love. Together, let’s honor the spirit of African unity that our flag represents and the shared dreams that connect us all.
26/08/2024
Irreechi Ibsituu Miidhagina Oromummaati!
-------------
Uummanni Oromoo jiruufi jireenya isaa keessatti aadaa, eenyummaa, sirnaa dhugeeffannoo, haaala Uumaa isaa itti galateeffatuufi hariiroo Uumaafi uumama jidduu jiru ittiin qajeelchu mataa isaa qaba. Kanas sirnoota adda addaa kalaquun kunuunsee dhiibbaa hedduu jala dabarsee har'aan gahee jira.
Sirnoota kana keessaa tokko Irreechadha. Irreechi sirna guddummaafi tolli Waaqaa ittiin ibsamu, hawwiifi abdiin gara fuulduraa itti kadhatamu; marabbaan galfatamudha. Kanas bakkeewwan ulfoo ta'an akka Haroofi Tulluutti tokkummaan ba'uun ibsata. Sirni galateeffannaa kun duudhaafi sirna mataa isaa qaba. Oromoon marga jiidhaa qabateetu Waaqa uumaa tola, milkaa'inaa, jiruuf jireenyaafi gammachuu darbeef galateeffata; milkii, hawwiifi abdii fuulduraaf ammoo kadhata.
Kunis, uummata Oromoo uummata dursee icciitii Uumaafi uumamaa, Uumaafi nama jidduu jiru hubate ta'uu isaa mul'isa. Kanaafuu, Irreechi sirna uummanni Oromoo abbaa falaasama bal'aa, aadaa, duudhaafi eenyummaa miidhagaa qabu ta'uu isaa calaqqisiisudha.
Ayyaanni kabajamaan kun har'a ayyaana sadarkaa addunyaatti beekamu ta'uun duudhaafi qaroomina dilbii fi miidhagina Oromoo agarsiisaa jira. Oromoo bira darbees saboota biyya keenyaa biroofi lammiilee biyyoota biroo hedduun hawwiin eegamaa jira.
Gama biraan Irreechi naannoofi biyya keenyaaf waltajjii hawwata turizimii guddaa ta'uun namoota dhuunfaatii hanga dhaabbileetti madda galii ta'uun dinagdee biyyaa kan sochoosu ta'ee jira. Kanaafuu, ayyaanni kun qabeenya waloo uummata Oromoo ta'us saboonni, sablammoonniifi uummattoonni biyya akka qabeenya isaaniitti ilaaluu eegalanii jiru.
Akka falaasamaafi ilaalcha Oromootti Waaqni tokkichi, gurraachi garaa garbaa ulfoo kan ta'e dachee, malkaa, tulluu, samii, lubbu qabeeyyiifi dhabeeyyii hunda kan uume isa waan ta'eef Waaqa isaa, dacheefi waan dacheerra jiraatu, akkasumas waan garaa dachee keessa jiru maraaf hawaasni Oromoo kabaja guddaa kennee kabajaafi ulfina Waaqayyoof qabu kan ittiin ibsatu sirna galateeffannaa kanaanidha. Kanaafuu, Irreechi Ibsituu miidhagina Oromummaati.
Sirna miidhagina aadaa, duudhaafi eenyummaa Oromoof Oromummaa ta'e kan kunuunsuun, tiksuufi sirnaafi duudhaa isaa eegee akka kabajamu gochuun ammoo ittigaafatamummaa Oromoo hundaati.
Facebook: https://www.facebook.com/oromiabc
Telegram: https://t.me/Oromiacommunicationaffairsbureau
Twitter: twitter.com/OromiaBureau
YouTube: https://www.youtube.com/results?search_query=Oromia+Communication+Bureau
TikTok: tiktok.com/
Website: https://www.oromiacommunication.gov.et/
kallachaOromia: https://m.facebook.com
01/12/2023
30/08/2023
🇷🇺 Vladimir Putin will not attend the BRICS summit in South Africa next month where he was at risk of arrest, the country’s presidency said on Wednesday
Follow the latest updates on our live blog ⬇️
https://www.telegraph.co.uk/world-news/2023/07/19/russia-ukraine-war-latest-news-grain-deal-crimea-bridge/
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Addis Ababa