MARTI KET
MKT Tube
MARTI KET TUBE
is to give service for 24 hr
On YouTube,Facebook,Instagram,whatsApp
25/03/2026
🚨 BREAKING: Ministirri Ittisaa Raashiyaa Israa'el, U.S., fi Biyyoota Galoo Galaanaaf Gorsa Kenne:
"Iraan sirna misaa'ela haleellaa Ameerikaan illee hin qabne qabdi. Misaa'eloonni sadarkaa olaanaa qaban hanga ammaatti itti hin fayyadamne jiru. Iraan Israa'el qofa osoo hin taane guutummaa Baha Giddugaleessaa balleessuu danda'u kuufama misaa'ela qabdi."
"U.S. fi Israa'el waraana kana hatattamaan akka dhaabsisanii fi duula waraanaa Iraan irratti gaggeeffamaa jiru fashalaa'uu akka beeksisan gaafanna. Kana ta'uu baannaan kasaaraan fi miidhaan akka tasaa fi kan hin eegamne ta'a."
25/03/2026
🚨 BREAKING 🇮🇷 Iraan karoora dhukaasa dhaabuu US qabxii 15 qabu kuffifte. Tehran haala ishee eegde garuu lola lafaa itti fufe.
🚀 Haleellaan misaa'elaa fi diroonii haaraan mudachuu gabaafamee, waldhibdee daran hammaate.
🇿🇦🇺🇲 Doonald Tiraamp gaggeessaa Afrikaa Kibbaa Waayit Haawusitti waamun "biyya keetti warra adiirratti duguuggan sanyii gaggeeffamaa jira" jechuun qeeqe.
Ramaafoosaan garuu tasgabbiidhumaan deebii kennan.
Himannaan Tiraamp kun hangam dhugaadha?
24/05/2025
Premier League
SUNDAY 25 MAY 2025
Shawaa kibba lixaa Aanaa sadeen sooddoo /Sooddoo Daaccii 🛖
Jiraattonni naannoo bareedaa kana keessa jiraattan torban sadii oliif bishaanii fi ibsaa dhabanii rakkoo hamaa keessa jiru.
"Baga nuuf jiraattan. Arra guyyaa 15/09/2017 ganama sa'aatii 3:00 irraa jalqabee barsiisotni yuunivarsiitii Odaa Bultum marii irra oolle. Waltajjii kana kan geggeessan obbo Iliyaas Ummattaa I/A af-yaa'ii caffee oromiyaa, Bulchituu G/Harargee Lixaa Adde Ikraam Xahaa fi presidenti Yunivarsiitii Odaa Bultumm prof. Muktaar Mohaammad yoo ta'an , Ebsa Muhammad'n barreffamni marii olirraa itti ergame nuuf dhihaateera. Jalqabuma irraahuu Sodaa irraa kan ka'e hirmaattotni marichaa muummee hunda irraa nama 3-6 qofa kan hirmaachisan yoo ta'u kan hafan hundi qaama hoggansa yuunivarsiitichaa president irraa hanga department kan jirantu hirmaatee ture.
Barsiisonni hundi yaada kennachuu irraa kan callisan yoo ta'u faarsee bultootni hoggansaaf ergamoo ta'an yaada dhimma barsiisaan wal hin qabannee fi namoonni biroo akka carraa hin arganneef qofa itti yaadamee akka yaada kaasan ta'e. Yaanni ijoon barsiisaa ilaalatu tokko osoo hin ka'in gabaasa waggaa 7 kan bilxiginnaan hojjedhe jedhee soba isaa afuufu kan qabatamaan lafa irra hin jirre dhaggeeffannee galle. Yaada isaanii irraa kan hubatamu garuu sodaa hamaa keessa jiraachuu isaaniiti. Barsiisaan yoo walii galee kutannoodhaan qabsoo isaa itti fufe mirga isaa yeroo gabaabaa keessatti kabachiisifachuu ni danda'a. Abdii hin kutatinii Jabaadhuu barsiisaa......"
14/05/2025
Michummaa biyyoota Lixaa fi Mohaammad bin Saalmaan, Ilma Mootii Sawud Arabiyaa
Joo Baayiden yeroo gara Sawud Arabiyaa deeman, Mohaammad bin Saalmaan buufata xiyyaaraa deemuun hin simanne. Jila biraa ergan malee.
Tiraampiin garuu ofumaan deemee simate. Tiraampi ''michuukoo'' jechuun isa waame.
Mohaammad bin Saalmaan gaggeessitoota biyyoota Arabaa irraa adda tahuun maaliif Tiraampii fi biyyoota Lixaa biratti jaalatama?
👉👉 https://bbc.in/4iZQetn
Kabitoo me miscolla godhi 09
14/05/2025
With Dr. Firomsa Jibril – I just got recognized as one of their top fans! 🎉
12/05/2025
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Address
Addis Ababa
1000