Oromia Invention Technology
Creating a technologically advanced Oromia by 2030
Maashinii haala salphaan dinnichaa qola isaa luqisee bifa babareedaan kukkutee midhaagsu danda'u
Warreen huccuu mana Aadaa qabaniif diizaayinii bifa barbaadamu midhaagsuuf ni tajaajilaa !
Maashinii gatii gad'anaan argamuu danda'u maxxansaalee adda addaa shurraaba fi meeshaalee birro irratti maxansuuf fayyadu !
Maashinii gatii gadi'anaa qaruuraa meeshaa dhangala'o qabatuu omishuuf fayyaduu . waldaalee xixiqqoo ykn daldaltoota dhuunfaaf kaneen omisha itittuu fi juusii irrattii tamsaa'anii jiraniif baay'ee ni fayyadaa .
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Addis Ababa