Ifaa Adaamaa
Local Government page
06/01/2026
እንኳን ለኢየሱስ ክርስቶስ የልደት በዓል በሰላም አደረሳችሁ!
“ዘንድሮ የኢየሱስ ክርስቶስን ልደት የምናከብረው የተነገረው የተስፋ ቃል መድረሱን፣ የለውጥ ብርሃን መፈንጠቅ መጀመሩን፣ የመሻገር ዘመን መቅረቡን እያመንን ነው። ጉዟችን በውጣ ውረድ የተሞላ ነበር፤ ተስፋ አስቆራጭ መከራዎችን አስተናግደናል። ከእንግዲህ ፈተናው ጨርሶ አይጎበኘንም ባንልም፣ ተስፋችን የሚወለድበት የዋዜማው ዕለት ላይ ደርሰናል። የፍዳው ዘመን ላይመለስ ተሸኝቶ፣ የማንሠራራት ዘመን እንደመጣ በልበ ሙሉነት መናገር እንችላለን።”
ክቡር ጠቅላይ ሚኒስትር ደ/ር ዐቢይ አህመድ
በዓሉን ስናከብር የፍቅር መገለጫ የሆነውን ኢየሱስ ክርስቶስ አርአያ በማድረግ የተቸገሩትን በማሰብ እና በመርዳት ፍቅርን በመግለጥ ይሁን።
በዓሉ የሰላም፣ የፍቅር እና የአብሮነት ይሁንላችሁ።
በድጋሚ መልካም የልደት በዓል ይሁንልን!!
ኢትዮጵያ በልጆቿ ጥረት ታፍራና ተከብራ ለዘላለም ትኑር!!
ፈጣሪ ኢትዮጵያና ሕዝቦቿን ይባርክ!
ከንቲባ አዳነች አቤቤ
07/09/2025
እብድ ይሻለዋል እንጂ አይድንም ማለት👇🏻👇🏻👇🏻ነው
06/01/2025
28/12/2024
Adaamaa Boolee
Waajjirri Kominikeeshinii Magaalaa Adaamaa Waltajjii fuulaaf fuulaa komataa fi komatamaa jiraattota kutaa Magaalaa Boolee fi hoggansa kutaa magaalichaa walitti fiduun gaggeesseera.
Kenna tajaajilaa kutaa magaalaa Boolee Aanaalee sadi keessatti kennamaa turee fi itti quufinsa maamilaa irratti hanqinaa fi cimina jirurratti mari'atameera.
dhimmoonni hojii Shinshaanoo, carraa hojii uumuu, rakkoo mana jireenyaa, qaala'iinsa jireenyaa, fayyadamummaa dargaggoo, waraqaa eenyummaa, rakkoo bishaanii fi ibsaa ka'anii irratti mari'atameera.
I/G Waajjira Kominikeeshinii Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Aadde Amiinaa Inkushii yaada, gaaffii, fi komii ummataa dhaggeeffachuu fi deebii kennuun mootummaa fi ummata gidduutti walitti dhufeenya gaariin akka jiraatu gahee riqichummaa bahachaa jiraachuu ibsanii kutaan magaalaa Boolee rakkoolee bulchiinsa gaarii walxaxaa hikuun fayyadamummaa ummataaf kan oolchaa jiru waan ta'eef gaaffilee fi fedhii ummataa ka'e galtee godhachuun milkaa'ina itti aanuuf hojjechuu akka qabu dhaamaniiru.
I/G Paartii Badhaadhinaa Kutaa Magaalaa Boolee Obbo Girma Kebede fi I/A Hoji Raawwachiisaa Olaanaa Kutaa Magaalichaa Injinar Muktaar Jeylaan gaaffilee fi yaadota ka'aniif dhaggeeffachuun dhimmoota hubannoo dhabuurraa ka'aniif deebii kennuun dhimmoota galtee ta'uu danda'an fudhatanii galtee hojii itti aanuu kan taasisan ta'uu waadaa galaniiru.
07/12/2024
28/03/2017
Gabrummaa Olaanaan Wallaalummaadha...!!
⨳⨳⨳⨳//⨳⨳⨳
Bulchiinsi Magaalaa Adaamaa Aanaa lafa qonna jallisii rakkoo nageenyaa fi suphamuu dhabuu kaanaaliitiin yeroo dheeraaf addaan citee ture suphuu fi iddoo hin geenye biraan gahuun bakka hoggansi magaalaa, kutaa magaalaa, fi Aanichaa argamanitti qamadii bonee faca'eera.
Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Obbo Hayiluu Jaldee jiruuf jireenya ummataa jijjiiruuf karoora imala badhaadhina bocee bu'aawwan gurguddaa galmeessaa jiraachuu ibsanii aanaalee daangaa magaalaa jiran misoomsuun omishaaf omishtummaa guddisuu fi wabii nyaataa mirkaneessuuf nageenya keenya tikfachaa aadaa hojii fi qusannaa cimsuun tokkummaa fi obbolummaadhaan hojjennee badhaadhina yaadame dhugoomsuu akka qabnu dhaamaniiru.
I/G Waajjira Qonnaa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Obbo Alamuu Qilxuu bara kana jallisii boneetiin lafa hektaara kuma 30 irraa callaa kunt. Mil.1.2 ol sassaabuuf hojjetamaa jiraachuu ibsanii zooniin kun sababoota gara garaatiin omisha omishuu qbu osoo hin argatin ture yeroo ammaa Kaanaalii bishaanii manca'e suphuun hawaasni qamadii fi kuduraaf muduraa adda addaa omishee wabii nyaataa mirkaneeffachuu akka danda'utti hojjechaa jirra jedhaniiru.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Website
Address
Cameroon
Addis Ababa