Burqaa Dharee

Burqaa Dharee

Share

Burqaa Dharee

02/09/2025

Ajaa'iba rabbiitii silas hundi dhugaa ijaan hin arguu.
Warroonni dhugaa ijaan hin gare hojjii boonsaa isin hojjatan dhiisanitti dogoggora soqanii ittiin isin xiqqeessuudhaaf oliifi gadi fiiganii inni dhugaa arguu dhiisee dhara jala fiigee maqaa keessan balleessuudhaaf halkaniif guyyaa isinirratti hojjataa jiru ofiimaa isaatii xiqqaata malee dhugaa waan harkaa hin qabneef isin xiqqeessuu hin danda'u abadan.

Warroonni dhugaa ijaan argan kan dhugaan itti mul'atu kan dantaa dhuunfaa ofiitiif osoo hin taane dhugaan uummata bal'aa itti muldhatu du'aa'ii isiniif godhaa jiranii jabaadhaa. silas namni jabaatee argame nama isa waanyu hin dhabuu warroota waa waanyuuf uumaman hin laalinaa jabaadhaa hojii keessattu ragaa isiniif bahaa isin ummata keessaniif qaaliidhaa jabaadhaa.

Uummata keenna kan Oromoo biratti namni aangoo qabu kan ummata tajaajilu hanga fedhe halkaniif guyyaa Ummataaf yoo hojjatelee qeeqamuu fi jibbamuun aadaa ta'ee jira kun aadaa fokkisaadhaa nama waan gaarii hojjate jajjabeessuudha malee hundaa gaarii hojjatee hojjattuu baatee qeequun kun sirrii miti aadaa badduu tana ofirraa dhiisaa ummata keenna. In waanyinaa nama waan gaarii hojjate jajjabeessaa.

deemsi itti fufa... Ziyaad Usmaan Aadam bulchaa Ummataa waliin.

Photos from Burqaa Dharee's post 23/08/2025

Gootni yoo dhukkubsate wallaansaa fii tajaajila qaba.
Yoo du’e ammoo Sirna Awwaalchaa kan tarree gootaa qooda isaan malu qaba.

Nuti Ummanni Oromoo kun nama nuuf qabsaawe hunda yeruma rakkoo fii gidiraa jireenyaatiin halawwatee du’aaf afaan qarree gahe agarra.👁👁

Artist Nagayoo Guutamaa Miseensa HWB tan bara 1994 Dirree Qabsootti dhaabbatte keessa ture.

Wallee warraaysaa hedduu wallisuun Ummataa fii qabsaawota agarsiisaa ture.
Bara 1993 irraa eegallee hanga bara 1997 dhumatti anaa fii Artist Nagayoo Guutamaa waliin qabsaawaa baane.

San boodas nu biraa qabamee harka diinaa bu’ee bara hedduu mana hidhaa Wayyaanee keessatti hiraarfamaa ture.
Erga hidhaa bahees jiruun itti hin tolle.

Mil’uu fii abaarsa goottan Oromoof falmateetu nutti jira.
Kun homaa shakkii hin qabu!
Amma muummeen yaada kiyyaa Artist Nagayoo Guutamaatiif haa dirmannuu jechuu kiyya!

Please itti haa hiixannuu!
Xuuxxoon 50 nama tokkoof ba’aadha.
Nama 50’maaf garuu fuffuunfannaa fii tapha. Jechuu kiyya!

Qabsaawaa fii Artist Nagayoo Guutamaa Jaala kiyya kan Hadhaa dirree qabsoo, gaddaa fii gammachuu, beelaa fii dheebuu, daaraa fii addeenya akkasuma toobaa fii caama baddaa fii gammoojjii Oromiyaa keessatti waliin habbuuqqanne dhiira bakka dirree falmaatii fii bakka dhugaatti wal beeynu ture.

Amma ammoo dhibamee haala hamaa keessa jira.
Erga dhalatee guddatee qabsoof nama Haawwan isaatii bahe takkaa boqatee haara galfatee hin beekhu.

Yaa Ummata keenya osoo namni galata qabaatee goota isiniif qabsaawee hiree Oromummaa gaarii tana isin badhaaseetu guyyaa fii galata Oromummaa isin biraa qaba ture.

Garuu maal jenna?
Mee namuu namni Rabbiin laaffiseef waanuma dandeessan haa gargaarruu please!

Accountii isaa =1000601848547
Hancufti ida’aa galaanaatii namni Oromummaa fii Islaamummaas akkasuma Kiristaanaa fii Waaqeffannaas qabdan Artist Nagayoon isin maraaf qabsaawee gargaaraa please

“Namni du’a hiriyaa ifii arge yan ifiitis argee jira.”👁👁 ja’an.
Bakka Nagayoo of kaayee yeroon laalu hedduun ofittis

23/08/2025

22/08/2025

Daangaan Oromiyaa kabajamuu qaba tanarratti Qoosaan hin jiru.
**Politica Jedha Amas Yaa Kalbii

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Addis Ababa