Gutu Shifera

Gutu Shifera

Share

Dear beloved fans this my official page,pages you may see with similar contents are not min

03/05/2026

Guyyaan sun kana!

01/05/2026
15/02/2026

Ameen 🙌🏽

Badiisi tasaa yoom dhabame, Sitoo na oolche
Nyaatamuun tasaa yoom dhabame, Sitoo na oolche
Humna waaqummaakee arganii kan beekani, oolchaadha haa jedhaniii...
Humna dandeettii kee arganii kan beekani oolchaadhaa haa jedhaniiiii...

......oolchaaadhaa!
(Faarfataa Shifarraa🙏)

''Rakkina isaanii keessatti gara Waaqayyootti iyyatan, yommus inni muddama isaanii keessatti isaan in gargaare. Dubbii Isaa ergee isaan fayyise,
boolla du'aa keessaas isaan baase. Egaa gaarummaa isaa fi wanta dinqisiisaa Inni ilmaan namootaaf godheefis, isaan kun Waaqayyoof galata haa galchan Aarsaa galataa haa dhi'eessan,
ililleedhaanis gocha isaa hundumaa haa himan!'' Faarfannaa 107: 19-22

Photos from Ethiopian Press Agency /Bariisaa's post 25/01/2026

🙏🏾

17/01/2026

26 Amantiidhaan isin hundumti keessan karaa Kristos Yesus ilmaan Waaqayyoo ti*.

Galaatiyaa 3:26

16/01/2026

kan ol of qabu hundinuu gad in deebifama, kan gad of deebisu immoo ol in qabama” jedhe*.

W Luqaas 18:9–14

15/01/2026

Yesuus ilma waaqayyoo ,Hoolaa mudaa hin qabne ta’ee isa nuu qalameef galanni hundumtuu haata’u 🙏🏾

15/01/2026

1 Ifni kee dhufeera,
ulfinni Waaqayyoos siif ba'eera,
kanaafis ka'ii ibsi!
2 Kunoo, dukkanni lafatti in uffisa,
dukkanni limixiinis
saba lafa irraa in dhoksa;
siif garuu ifni Waaqayyoo in ba'a,
ulfinni isaas si irratti in argama*.
3 Sabni lafa irraa gara ifa kee,
mootonnis gara biiftuu
isa siif ba'uu in dhufu*. Isa 60:1–3

Ifniif fi Ulfinni waaqayyoo biraa namaaf kennamaa

Guyyaa Eebbaa qabaadhaa 🙏🏾

14/01/2026

Baga waaqayyoo isin gargaaree !

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Address


Addis Ababa