Garuma Batiri

Garuma Batiri

Share

. ✍️✍️ We serve the heart of God!💚

01/05/2026
Photos from Garuma Batiri's post 20/04/2026

Guddaadhaa Bu'aa biyyaa fi Waldaa kiristaana
Naaf Eebbisame💌💛💚💚

Photos from Garuma Batiri's post 16/04/2026

Sababni darbee dhufee har'aa akkan jiraadhuuf yaadameetu...💯❣️✋️
:
:
Thank you my Jesus🤚❣️

13/04/2026

BAGA IRRAA HAFTAAN JECHUU UMAAF.. 🥰😍😍👈

10/04/2026

Hoolaa Faasigaakoo
situu Naarraa dhiqee cubbuukoo💯❣️

Guyyaa Guyyaan sii Ayyaaneeffadhaam💌

01/04/2026

Isa. 29
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
²⁰ Warri nama cunqursan in badu, warri ga'iftuun in dhumu! Warri nama irratti hamaa yaadan hundinuus lafa irraa in balleeffamu;
²¹ warri dubbii sobaatiin maqaa namaa balleessan, warri balbala kellaa duratti nama dhugaadhaaf falmu dura kiyyoo kaa'an, warri sobaan dhugaa ba'anii firdii nama duraa jal'isiisanis in dhumu.

31/03/2026

“Ammas hammina hundumaa, haxxummaa hundumaa, of arguu-dhabuu, weennoo, maqaa namaa balleessuu hundumaas of irraa fageessaa!”
— 1Phe. 2:1

Want your restaurant to be the top-listed Restaurant in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Ambo
Addis Ababa