Muhammed umar

Muhammed umar

Share

Nurse is care allah is cure πŸ’– ❀ πŸ’“ β™₯ πŸ’— πŸ’• πŸ’– ❀ πŸ’“
https://www.tiktok.com/@mameeomer19?lang=en&is_fr

05/05/2026

aksum

30/04/2026

Gurbaan kun Qaallu Qallaba ture Fakkaata 😁😁😁😁😁
Alex Taye

26/04/2026

Dhangala'aan sanyii kormaa geejjibu (semen) fincaan booda dhimmisuun ykn usee qaamarratti si dhimmisuun mallattoo Infeekshinii Ujummoo Fincaanii ta'uu danda'a.
©️ Dr. Hamza Jemal

08/04/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Kodee Lijoch, Asanee Shukrii

12/03/2026

Leylatul Qadriin bara kanaa Carraa tee haa taatu.
β€œ Siif muramte β€œ RABBIIN siin haa jedhu.

12/03/2026

Halkan layilatal qadrii warra badhaafame irraa nu taasisi yaa rahmaan 🀲

12/03/2026

Ramadaana halkan 24ffaa Jirra
Rabbiin Anaafi Siifis Haa
Araaramu🀲

24/01/2026

Yero bayye wan nuti barbaddu rabbi kan nuu laannef wan nun barbachisnefiπŸ₯°β£οΈπŸ«Άβ£οΈβ€οΈβ€πŸ©Ή

23/01/2026

🀲🀲🀲
'Yaa Yaadaa fi Muraada Kheenya Nuuf Guuti'.
"Yaa_Allah"
β˜•οΈβ˜•οΈβ˜•οΈ

15/01/2026

In shaa Allaah Ji'ni Ramadaanaa seenuuf guyyaa 34 qofaatu hafe. Yoo qadaan nurra jiraate ofirraa haa kafallu. Akramakumullaah πŸ’–

25/03/2025

Seera Jireenya Gagabaabaa

Sukkaara irraa fagaadhu + biishaan baay'ee dhugi + Jiim dalagi + Diraamaa irraa fagaadhu + uffaata gaarii uffadhu + hojii hojjadhu + foolii gaarii qabaadhu + yaadi dubbachuu + Rabbiin yaadadhu= Seera Jireenya Gagabaabaa

Want your university to be the top-listed University in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Address


Allah
Addis Ababa