Siilo'am program S.M
This page teaches about Gospel
Amantii keetu qoramaa jira!
Osoon faarfadhuun of argaa ani!
Sammuun hojii hin qabne biiroo seexanaati akkuma Arara Tv World Wide kuni jedhe warreen nama arrabsan fuula kanarratti nama cabsan hundii dhuguma biiroo seexanaa keessaa aangoo qabu ykn hojjataa seexanaati jechuudha!
Nuf jiraadhu rajii si jaalanna...
Wawoo amazing Eebbifamaa!
Wawoo amazing qala!
Dhugaadha Eebbifamaa nama Waaqayyoo,
Namni odduu baree utubaa itti asasaa jedhaan,
Waan gaarii hojjeetame baay'een osoo jiru
Ofumaa media irraa iyyaa oluu baay'een afanumaa wan qabaaniif, hojii gaarii tokkoo hojjeetani garuu hin qaban,
Sin nuf jiraadhaa warra Arara Tv World Wide ❣️
is
Galatoomi gooftaa!
Yeroo sagalee waaqayyoof kadhannaa fi hiikamaa!
Bara nama part 2ffaa
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the public figure
Telephone
Website
Address
Addis Ababa