African nations
This page is fore beutefull nature and good news No polatical afairs
New Addis Ababa
Addis Ababa at night
Addis Ababa Ethiopia New vistion
09/01/2026
09/01/2026
Itoophiyaan bilisummaa Taayiwaan mormite; carraaqqii Beejiingi of jalatti bulchuuf taasistu deeggaruu ibsite - Addis Standard Finfinnee, Amajjii 09, 2026: Itoophiyaan imaammata Chaayinaa tokko taasisuu cimsitee deeggaruu ishee irra deebi’uun mirkannesitee, Taayiwaan qaama biyya Chaayinaa akka taatuufi Mootummaan Rippaabiliika Ummataa Chaayinaa qofa daangaa Chaayinaa guutuu kan bakka bu’uu ta’uu ka deeggartu ta.....
09/01/2026
Seeneegaal tapha walakkaa xumuraaf dabarte
Finfinnee, Amajjii 1, 2018 (FMC) – Taphoota nuusa xumuraa waancaa Afrikaa 35ffaa har'a taphatameen Seeneegaal Maalii injifachuun tapha walakkaa xumuraaf dabarteerti.
Seeneegaal galchii 1 fi 0'n Maalii injifachuun walakkaa xumuraaf gahuu mirkaneeffatterti.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
05/01/2026
05/01/2026
🇪🇹 MM Abiy gaaffii ulaa galaanaa Itoophiyaa bara TPLF safeeffamu ijoo dubbii biyyaafi Gaanfa Afrikaa godhaniiru.
Waan amma Gaanfa Afrikaatti adeemaa jiruurratti garuu bulchiinsi isaanii of qabe. Maaliifi? Garam goruuf jedha?
👉👉 https://bbc.in/3YXxqmK
05/01/2026
Maanchiister Yuunaayitiid Ruuban Amooriimin gaggeesse
Finfinnee, Mudde 27, 2018 (FMC) – Maanchiister Yuunaayitiid leenjisaa isaa Ruuban Amooriimin gaggeesseera.
Yuunaayitiid baatiwwan 14 booda lammii Poorchuugaal Ruuban Amooriim leenjisummaarraa gaggeessuu 'The Athletics' gabaaseera.
Tapha kilabichi Roobii dhufu Barnileey waliin qabu Daaran Fileecher akka itti gaafatama fudhatee hojjetu kilabichi ibseera.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Addis Ababa