GUJII

GUJII

Share

Tookkumaan wolqabanne tokko haa teenu

26/03/2026
26/03/2026

Dolovia ( dolobiya )

Bada dhiiroo Baya Engida filmii Baasaa qabu mataduree dolovia jedhuun nu dhufeera

Filmii aja'iba kana shakiso, dolobiyatti ka hojjate yoo te'u yeroo dhiyootti magaala finfinne irratti hin eebbifama. Share godhuun muca keenna jajjabesina

25/03/2026

Kun ammo isaa kamii

19/03/2026

Guyya hadha 10/07/18 magaala shakiso benzilli birr 500 galeera isiin bira meeqa??

14/03/2026

Guyya hadha nama hayyu Dr. Mengistu K. Girja qabxii ol'aana galmeesuun ebbifameera. Congratulations

06/03/2026

Magaala shakiso

06/03/2026

Uummanni magaala shakiso bonaafi gannalleen rakko kessa jirra jettii..yokaan awwaraan yokaan dhoqqeen

Want your business to be the top-listed Shop in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Website

Address


Addis Ababa