Abdii Rafera

Abdii Rafera

Share

life is good but living for yourself is better

Photos from Abdii Rafera's post 26/04/2026

Amboo biyya goota
Bal-itti godhi

26/04/2026

🤗Dubbin akka afaani ta'uu didee kaa gurraa b***a dhiirri arraba dheerattuu yartuudha 🤫

23/04/2026

Aduunyaa Kana irraa
Waanti Bu'aa Malee
Kaasaaraa Hin Qabne
Waan Hunda Keessatti
Waan Gaarii Yaaduudha!!

20/04/2026

Eessa akka jirtu beekuu caalaa; eenyuu akka taate beekuu tu si milkeessa.

19/04/2026

Oolmaa gola istuudiyoo walirraa hin cinne, ifaajjee waggaa Afuriitin booda, Albama HIP HOP, traakota 16 qabu, xummuruun gurra sabaatin gahee, anis hojiin koos magaalaa geenyee yaaddeebii dhaggeeffataa koo simachuuf guyyaa qubaan lakkaa’aman qofatu hafe!
Kanumaan walqabatee, kibxata gaafa guyyaa 13/8/2026 ganama sa’aatii 4:00 irratti ibsa miidiyaaf laachuuf Laawunjii YOOYYAA, gamoo Ijjigaayyoo Dibaabaa, CMC tti jaatanii qabannee keessummota keenyan yooyyaa jechuuf qophii xummurrerra!
Nuu koottaan waamicha kabajaafi jaalalaati
Moika Danfa
Milkaa'i Bro🤞

17/04/2026

haqa jirtu

17/04/2026

17/04/2026

😁😁
Warri baayyee Oromoof yaadu waca eegalan 🤣

tu sirba baase, akka sabaatti salphanne, indhumne, uuu iny~iny jechuu eegalan😁. TEDY'n akka sirba baasuuf dhufee eyyama si gaafachuu qabaa? Moo walaloo fi Yeedalloo situu baasee itti laachuu qaba? Maal irraa eegdee dhabde? Maal akka jedhee siif sirbu barbaadde? Oromoo koo qaaliikoo, gootakoo~jedhee akka siif sirbu yaaddee? Ofii wal jaallattaa? Gaarii waliif yaaddaa? Tokkummaa qabdaa? Wal kunuunsitaa? Kan waliif jaalala hin qabne ormarraa akkamitti jaalala eeggatte?

Inni kankeetii, kankee gangalchee yeroo reebu, yeroo callisuun kee dhadhaa dibaa jira seetee? Inni gaarii goonaan 'tu sirbee si miidhe mitii? kanaaf isatuu sitti dhaga'ame? Ormi duruu Orma~ utuu waliif hin toliin ormarraa tola dhabdee si gubee? W*xii😔

15/04/2026

Santu Seera🙏🙏💪💪💪
********************
Akkuma isiin beeksiisa turree Kashalabbeen Kaasaye jedhamu Buufata Konkolaata Magaala Finfinnee Qaallitti to'atameera.

Seerri hunda oli!!!
Baga gammaddaan!! Abdii Rafera follow godha

15/04/2026

Ummanni Amboo Ummata tokkummaan Ka'ee Sirna wayyaanee Waggaa meeqaf Of ijaarte Dura Dhaabbatee kokkee Qabaa tureedha.
Ummata tokkummaa Sibiila Caalaa jabaatu Qabu San Gareedhan walirratti ijaaranii Wal ficisiisun Homaa Bu'aa hin qabu.!
Inni Har'a Akkasitti Reebbamaa Jiru kun Ilma Dhiirati ilmi Dhiiraa Har'a Reebbamu kun Boru Reeb***a Har'a Isarra Gahe Kanaa ol Nama reebuu Danda'a.
Inni kunimmoo Wal nama Ficcisiisa ofii Wal nyaachun Dhiirummaa miti .!
Namoota Gadhee akkasii Balaaleffachuun Dirqama Hunda keenyati.

12/04/2026

Moika Danfa



Raapparii hedduu jabaa! Sirboota Oromoo akaakuu kana dura itti hin bahamneen, bifaafi boca addaa qabsiisuun, dorgommii kutaa addunyaatti akka dhiyaatu godhee hojjete. Hojiiwwan isaa kana namoota injinara sagaleefi ogeeyyii Raappii ta’an, kan akka addunyaatti beekamtiifi bakka qaban biraan gahuun wanticha akka laalan erga godheefi jarris hubannoodhan xiinxalanii argannoofi argama haarawa ta’uu, kanaanis akka biyyaattis ta’ee akka Aardiitti waan haarawaan dhufuun isaa adii adda dibate jechuun sararan.

Moo’iin, mucaa qaxalee kennaa addaa qabu.Dargaggeessi cuquliisni bareedaan kun, ogummaalee hedduu kan qabu yoo ta’u, gama ispoortii,walleefi barruutin nama fagoo deemu!
Barnootan injinara yoo ta’u, ‘scholarship’n bargama deemee, biyyoota muraasa keessatti sadarkaa barnoota isaa daraan nama jabeeffatee jiru.

Moo’iin, nama of beeku, kan kaanis beeku, hubataafi waan hundaa of nama namooma kabaju, amala qabeessa!

Dhihoo kanatti, albama “BOFA” jedhu Raappii Afaan Oromoo, hojii ogeessonni hedduun irratti hirmaatan magaalarra oolcha. Kanaaf ammoo Eebila 13/2018, gamoo Ijjigaayyoo Dibaabaa gubbaa, laawunjii YOOYYAAtti ibsa miidiyaaf laata.

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Addis Ababa