Samia

Samia

Share

Bareedinni Kennaadha kennaa uumamaa kan namni namarraa fudhachuu hin dandeenye

17/07/2026

Bulee si argachuuf
Si arguu lagadhee
Jireenya kee yaadee
Jiruu koo dagadhee

Otuman si eeguu
Abdiin bara dheeraa
Ati hinjirtu silaa
Manni koos oneera!

Qalbiif haamileen koos
Har’a humna hinqabu
Eenyuttan himadha
Bakka na dhukkubu

12/07/2026

Durbii yeroo dhiira argituu

essaa isaa ilaalu jaalatti ?

Samia 06/07/2026

Follow me https://www.facebook.com/profile.php?id=100088249530704

Samia Bareedinni Kennaadha kennaa uumamaa kan namni namarraa fudhachuu hin dandeenye

Samia 02/07/2026

Follow me
https://www.facebook.com/profile.php?id=100088249530704

Samia Bareedinni Kennaadha kennaa uumamaa kan namni namarraa fudhachuu hin dandeenye

01/07/2026

Dunkaana cidhaa, gara dunkaana boo'ichaatti...

Gurbaan kun jaarsoo jedhama. Torban lama dura dura cidha godhatee haadha warraa fuudhe. Abbaafi haati, "Ishoo ilma koo, baga fuute. Baga ijaaramte, ilmaafi durba hori, abbaa qe'ee guddaa ta'i" jedhanii eebbisan. Jaarsoon ammayyuu misirroodha. Ammayyuu gammachuu cidhaa hin fixanne ture.

Maal godharee!
Kaleessa ganama Horroo Guduruu, magaalaa Agamsaatti galaafatte. Jireenya reefuu ijaaramaa jiru karaatti kutte. Dunkaana cidhaa gara dunkaana boo'ichaatti jijjiirte.

Jaarsoo dabalatee namoota nagaa, uummata qulqulluu nama 12'tu ajjeefame. Kan madaa'eefi qe'eerraa baqate lakkoofsa hin qabu. Utuu uummanni, "Adaraa Raayyaa Ittisa Biyyaa nurraa hin fuudhiinaa" jedhee iyyuu, Raayyaa Ittisa Biyyaa kan achi ture galgala achii baasanii, ganama Faannoo itti erganii ficcisiisan.

Uummanni keenya akkasitti irbaata qumaaraa ta'ee qe'eefi qabeenya isaarratti dhumaa oola. Birmataan hin jiru, falli hin jiru, firri hin jiru!

Waaqayyo gatii dhiiga keessanii haa lakkaa'u yaa uummata koo!

Samia 30/06/2026

Samia Bareedinni Kennaadha kennaa uumamaa kan namni namarraa fudhachuu hin dandeenye

Samia 30/06/2026

https://www.facebook.com/profile.php?id=100088249530704

Samia Bareedinni Kennaadha kennaa uumamaa kan namni namarraa fudhachuu hin dandeenye

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address


Addis Ababa