Simbo Design
We specialized in high-quality traditional and cultural outfits with a modern touch, that celebrate identity and elegance. Contact us on 📞 +251926661812
Custom designs are available for all occasions here!
02/09/2026
Irreechi irree keenya 💪
Ayyaanni Irreechaa Oromoo biratti ayyaana galateeffannaa isa guddaa fi kabaja addaan kabajamudha.
Maarree isinis ayyaana kabajamaa kana irratti dhuunfaanis ta’ee gareen miidhagdanii argamuu yoo feetan filannoon keessan inni jalqabaa Simbo Design haa ta’u! ✨
📍Oromia, Finfine
Gutter Building
📞+251926661812
15/05/2026
Sagantaa addaa qabduu? ✨
Sagantaa keessaniif uffata bareedaa fi qulqullina addaan hojjatameen isin miidhagsina.
Ajajni keessan gamtaanis ta’ee dhuunfaan ni fudhatama. Nu qunnamaa, akka fedhii keessaniitti isin tajaajilla. 👌
📍Oromia, Finfine
Gutter Building
📞+251926661812
Baga ayyaana faasikaa geessan!
እንኳን ለትንሳኤ በዓል አደረሳችሁ!
Happy Easter to all of you!
📍Oromia, Finfine
Gutter Building
📞+251926661812
28/12/2025
Simbo Design iddoo qulqullinni fi simboon itti wal simatan 😍
Isinis ajajadhaa, simboon faayamaa!
📍Oromia, Finfine
Gutter Building
📞+251926661812
08/10/2025
⬛️🟥⬜️
Baga ofkoltan!
📍Oromia, Finfine
Gutter Building
📞+251926661812
13/09/2025
⬛️🟥⬜️
Baga bacaqii gannaa baatanii, booqaa birraa geessa jechaa, Irreecha bara kanaa sababeeffachuun, gatii madalawaan isin tajaajiluuf qophii xumuruu keenya gaafa isiniif ibsinu gammachuu guddadhani. Kanaaf isinis filannoo keessan jalqabaa Simbo Design taasisa!
Olyad M Gute thank for choosing us!
📍Oromia, Finfine
Gutter Building
📞+251926661812
11/09/2025
Baga bara haaraa nagaan geessan!
እንኳን ለአዲስ ዓመት በሠላም አደረሳችሁ!
📍Oromia, Finfine
Gutter Building
📞+251926661812
09/09/2025
Simbo Design
We’re offering a big discount for the coming New Year! Contact us and place your order before the discount ends.
📍Oromia, Finfine
Gutter Building
📞+251926661812
02/09/2025
Simbo Design
Ayyaana waggaa sababeeffachuun, akka fedha keessaniitti isin faayuf qophii hunda xumurree jirra!
📍Oromia, Finfine
Gutter Building
📞+251926661812
25/07/2025
Simbo Design
Iddoo qulqullinni fi duudhaan itti walsimatu!
📍Oromia, Finfine
Gutter Building
📞+251926661812
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Addis Ababa