Derartu Negash

Derartu Negash

Share

Artist

Photos from Derartu Negash's post 10/01/2024

😍❤️ Hiiga

Photos from Derartu Negash's post 14/10/2023

Innaa lillaahi wa Innaa ileeyhi raaji’uun!🥲
Oduu Gaddaa!
Artist hallo Daawwee Galgala kana Adaamaa mana jireenya isheetti lubbuun darbitee jirti!😭

Yaa Aayyo halloo osoo biyya Alaa deemtee yaalmta jennuu lubbuun tee darbitee?

Rabbiin sitti haa araaramu

Photos from Derartu Negash's post 13/09/2023

😍♥️

04/09/2023

Dachee kanaaf safuu 😭

12/08/2023

Mooti Kubbaa Miilaa Cristiano Ronaldo Hedduun Si Dinqisiifadha😍
I Love CR7 🐐

10/08/2023

Guyyaa gaarii qabaadhaa. 😍♥️

06/08/2023

Nama Guddaa Wajjiin 😍♥️
Qaalii nama Hirpaa Ganfure 🙏

Photos from Derartu Negash's post 03/08/2023

Waliif 😍♥️

02/08/2023

Qamar Jechuun Nama Bara Oromoof Falmuu Dhiisi Oromummaan Yakka Tahe San Keeysa. Nama Miniliki Nama miti Bineensa Jedhee Sirbee Diina Maraache Finfiinnee Nafxiin Guutamate San keeysa Akka Leencaatti Nama mataa Ol Qabate Deema Tureedha. Qamar Leencaa Gita Hin Qabne Akkasitti Quba Qabaadhu Adeeroo!💥✌️

31/07/2023

😍♥️

28/07/2023

Haadhookoo Waaqni qabbana is haa boqochiisu.
Maatii fi hiritoottankeef jajjabina warra lubbuukee baasef Kan hojii isaanii isaaniif haa laatu. 💔

Want your establishment to be the top-listed Arts & Entertainment in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Address


Oro
Addis Ababa