Sooloo Abera
Paji kana irratti amma waaqayyo ayyaana naaf baayise waan tokko tokko isiniifan qooda
31/03/2025
👇 👇
ይነበብ haa Dubbifamu
የእግዚአብሔር ሰላም እና ፀጋ ይብዛላችሁ። እኔ እህታችሁ እርዳታችሁን ፈልጌ ወደ እናንተ መጥቻለሁ።ከዚህ በታች የምትመለከቷቸው የአስቱ ፎከስ ፌሎ ሺፕ የወንጌል አገልጋዮች ናቸው።በዚህ ሳምንት ለወንጌል ወደ ሰላሌ ልንሄድ ስለሆነ አንድ ቻሌንጅ ወደ እናንተ ይዤ መጥቻለሁ።
👉ከዚህ ሰላሌ የትራንስፖርት ዋጋ #250 ስለሆነ #2 ሰው #ለ1 ሰው የጉዞውን ገንዘብ በማገዝ ወንጌልን ከእኛ ጋር ስሩ።የልጆቹ ብዛት 35 ሲሆን ከጎናችን እንድትቆሙ በጌታ ፍቅር እናሳስባለን።
አስቱ ፎከስ ፌሎ ሺፕ አካውንት 👉
1000682602698
👇Haa Dubbifamu! 👇🏿
Nagaafi Araarri Waaqayyoo isiniif haa baay’atu.
An obboleettiin keessan gargaarsa keessan barbaadee gara keessan dhufeera.
Asiin gaditti suura isaanii kan argitan kun Barattoota mooraa university finfinnee (AASTU fellowship) hojii wangeela babal’isuu ijoollee hojjetaniidha. Torban kana gara Salaalee deemuuf sababa jennuuf tokko qabadhee gara keessan dhufeera!
Finfinnee irraa gara salaalee imaluuf gatiin geejjibaa #250 gatii ta’eef #2 gumaacha godhee hojii wangeelaa kana keessaa qooda akka fudhatun jedha!
Baay’inni barattootaa hanga #35 gatii ta’eef isaan bira akka dhaabbattaniif isin jajjabeessina!
AASTU FOCUS FELLOWSHIP
ACCOUNT: 1000682602698
Inni Waaqayyo isa erge dubbiidhuma Waaqayyoo dubbata, Waaqayyo hafuuricha safara malee in kenna'o.
Yoh. 3:34
02/08/2024
Ni gurgurama
mark3 Dha 4nu ni gurguramu . Keessaan na quunnamaa
Wangeela Luqaas 5:35
35 Guyyaan dhirsi misirroo isaan duraa itti fudhatamu dhufuuf jira; yommus in soomu" isaaniin jedhe.
Kedus Bible The Kedus Bible is a mobile app that offers the Bible in various languages.
01/07/2024
HBD MY LOVE
Ani hin badu jedhee akka feetee kan jiraatu silumayyuu badaadha.
Psalms 16:11
You make known to me the path of life;
you will fill me with joy in your presence,
with eternal pleasures at your right hand.
Macaafa Faarfannaa 32:1
Namni irra-daddarbaan isaa dhiifameef, cubbuun isaas deebi'ee akka hin argamne godhameef haa gammadu!
M Yohannis 21:11
Isheen ulfina Waaqayyoo qabdi, calaqqisi ishees akka dhagaa baay'ee gati-jabeessaa, akka Yaasphis, qullaa'aa akka cabbii tis.
Gufuu irraa of eeguuniyyuu hin danda’amu.
Inni nu eegu garuu hin rafu hin mugu hin mudhuku.
Waaqayyo waan baraas waan
bara baraas tola kenne malee hin gurguranne.
Waaqayyo waan hundumaa tola kenne.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Finfinne
Addis Ababa