Sami

Sami

Share

Gooftaan iyyesuus manako haa seenu malee
Ulfinni jira ammalle,kabajni jira ammalle!

27/03/2026

Oduu kun waa'ee karoora Arseenaal fi gorsa Joo Kool (Joe Cole)

🚨 Taphataan duraanii Kilaba Cheelsii Joo Kool, Arseenaal taphataa Kvaratskhelia kilaba PSG harkaa butuuf yaalii taasiisaa jiru jabeessee itti fufuu akka qabu gorsa isaa kenneera.

Joo Kool waayee kanaan akkas jedheera:

> "Arseenaal waggaa kana waancaa liigii fudhachuuf saffisa guddaan deemaa jira. Kan nama dinqu immoo, gareen kun waggaa dhufuufis milkaa'ina guddaa galmeessuuf amumayyuu karoora bal'aa qabatee socho'aa jira.

Akka dhugaa dubbachuutti, Arseenaal waggaa dhufu eenyuun mallatteessisuuf akka barbaadu yeroon ilaalu, ani dhuunfaa kootiin odeeffannoo jijjiirraa kanaan baay'ee dinqisiifdheera.

Mee yaadaa, Arteeetaan garee kana irratti Kvaratskhelia yoo dabalachuu danda'e,
Arseenaal waggaa dhufu garee akkamii akka ta'u mee tilmaamaa!"

Deeggartoota arsenal

Photos from Sami's post 11/02/2025

Baayyee nama dhukkuba!😪
Nagaan boqodhaa.

Want your business to be the top-listed Media Company in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address

Addis Ababa