Daily Media

Daily Media

Share

Home of balanced and Timely News and Programs!

05/05/2026

Aangoo Seeraan Alaa Garee Seeraan Alaa Harkatti? ⁉️
Gocha gareen TPLF raawwate jechuun, heera biyyattii cabsuu fi sirna heera mootummaa kabachiisuuf jiruuf beekamtii dhabsiisuudha jedhamee ibsama.

26/04/2026

Sifudheen gala!?
Kena Belay
guutuu video kanaa comment jalatti argattu.

,

18/04/2026
03/03/2026

Breaking News:-
Qonsilaan Ameerikaa Dubaayitti argamu xiyyaara diroonii Iraan jedhamuun shakkameen rukutamee ibiddaan gubachaa jira

03/03/2026

Namni du'e 787 gahe!!

Israa'el waajjira pirezidantii Iraan yoo haleeltu lakkoofsi namoota du'anii 787 gahe

03/03/2026

Haleellaan misaa’ela Iraan Israa’el Beet Shemesh irratti raawwatte lubbuu namoota sagal galaafate

02/03/2026

Haleellaa Iraan jalqabaan kan miidhame waraanni Ameerikaa tokko du'uu isaa Ajajaan Waraana Ameerikaa beeksise.

01/03/2026

Haleellaan Israa’el hospitaala Tehran keessa jiru rukute jechuun namoonni ijaan argan Rooyitarsiif himan

01/03/2026

The world reacts to the killing of Iran’s Khamenei by the US and Israel forces.

Photos from Daily Media's post 01/03/2026

Iraan keessatti kumaatamaan Kan lakkaa’aman ajjeechaa Khamenei’f gadduu Adda babba'iutti ba'an.

Want your business to be the top-listed Media Company in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address


Addis Ababa
1000