Humna Wangeelaa

Humna Wangeelaa

Share

"Gara biyya lafaa hundumaa dhaqaa! Uumama hundumaattis wangeela lallabaa!.”
— Mar. 16:15

20/02/2022
28/11/2021

OSOO HIN DUBBISIN DARBUUN DHORKAADHA!

Gooftaatti kan jaallatamtan ijoollee Waaqayyoo hundumaaf!

Hordoftoota 'page' kanaa kan taatanis kan hin ta'inis yoo xiqqaate hiriyoota keessan namoota 5-10f 'share' gochuun maxxansaalee kutaa Maacaafa Qulqulluu keessaa fi jechoota abdii namatti horan nuti maxxansinu akka isaan dhaqqabu taasisuun akka nu gargaartan jaalala Kiristoosiin isin gaafanna!

Wangeela mootummaa Waaqayyoo labsuun dirqama duuka-buutota Kiristoos ta'uu haa beeknu!

AMMUMA JALQABAA...!

18/08/2021

DHUGAADHA!

14/08/2021

JIREENYA NI BARBAADDA YOO TA'E FURTUUN JIREENYAA WANGEELAA OF-IRRATTI MOOSISI!

09/08/2021

IJI GARA WAAQAYYOO ILAALE DEEBI'EE QAANIIDHAAN LAFA HIN ILAALU!

AMEEN...!

05/08/2021

ATI HOO?

24/07/2021

Jajuun koo isa!

17/07/2021

Ameen...!

09/07/2021

Quba qabaadhu!
________________

Yeroo rakkinni si marsee dhiphinni jireenyakee dhuunfatu gadda keessa jiraatta. Garuu, rakkinni fi dhiphina kee sana booda akka waanti gaariin tokko jiru amani.

Gaafa Waanti gaarii ati hawwitu sun harka kee seenutti immoo dhiphina kee kaleessaa hin yaadattu.

Amma, dhiphinaa, rakkina fi gadda keessa kan jirtu, Maqaa Yesuusiin Dhiphinni kee kun darbee barri ati waan hawwitu harka kee keessa galfattu siif haa dhufu!

Maqaa Yesuusiin guyyaan ati rakkina kee itti dagattu siif haa dhufu!

Yoo amante "Ameen" jedhii fudhadhu!

Want your place of worship to be the top-listed Place Of Worship in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address


Addis Ababa