Oromia Iconic

Oromia Iconic

Share

25/07/2024

Suurri asii gaditti mul'atu kun tarii qoosaa fakkaachuu dandaa'a.
Paakistan Lixaa fi Bahaa(Bangilaadesh, kan afaan Beengaalii dubbatan) wal waraansa geggeessaa turan irratti lubbuun namoota nagaa hedduun dhumeera. Waraanni Paakistaan yoo xinnaate dubartoota 200,000 fi shamarran 400,000 gudeeduun duguuggaa sanyii tarsimo'aa geggeessaniiru jedha seenaan.

Akkasumas loltootni Paakistaan guyyaa adii dhiira Beengaalii dhaabanii qaama saalaa isaa ilaalu akkanni dhaqna qabatee fi hinqabanne. Kunis haaloo Warana Bilisummaa Beengaalii irraa qaban agarsiisuufidha. Hordofaa amantii musilimaa ta'uu fi Hindu'izimii ta'uu adda baafatu turan. Fagoo miti taateen kun bara 1971 ture.
Haalaatu dhala namaa salphisa, kabajas!
Baratu dhala namaa salphisa, kabajas!
Wanti nu madeesse kan ijaan arginuu fi dhageenyu baayyeesaatti barree muuxannoo fi bartee ta'ee nutti madaqullee godaannisni isaa galmee seenaa irratti ol ni kaa'amaa deema.

Safuu dha!.

18/07/2024

12 Reasons Why Reading Books Should Be Part of Your Life:
1. Knowledge Highway: Books offer a vast reservoir of knowledge on virtually any topic imaginable. Dive deep into history, science, philosophy, or explore new hobbies and interests.
2. Enhanced Vocabulary: Regular reading exposes you to a wider range of vocabulary, improving your communication skills and comprehension.
3. Memory Boost: Studies suggest that reading can help sharpen your memory and cognitive function, keeping your mind active and engaged.
4. Stress Reduction: Curling up with a good book can be a form of mental escape, offering a temporary reprieve from daily anxieties and a chance to unwind.
5. Improved Focus and Concentration: In today's fast-paced world filled with distractions, reading strengthens your ability to focus and concentrate for extended periods.
6. Empathy and Perspective: Stepping into the shoes of fictional characters allows you to develop empathy and gain a deeper understanding of different perspectives.
7. Enhanced Creativity: Reading exposes you to new ideas and thought processes, potentially sparking your own creativity and problem-solving skills.
8. Stronger Writing Skills: Immersing yourself in well-written prose can improve your writing style, sentence structure, and overall communication clarity.
9. Improved Sleep Quality: Swap screen time for a book before bed. The calming nature of reading can help you relax and unwind, promoting better sleep quality.

30/06/2024

Indiyaatti warshaan iPhone 'dubartoota heerumte hin qacarru' jechuun himatame
Indiyaa keessatti dhaabbanni bilbila appilii dhiyeessu Foxconn dubartoota heerumaniif hojii kennuu didee jechuun himatame.
Gabaasa miidiyaaleen dhiyeessaan hordofee mootummaan biyyattii kutaan bulchiinsa Taamiil Naaduu bakka warshaan kun itti argamu ibsa bal’aa akka dhiheessu gaafate.
Qorannoo gaggeesseen Rooyitars Foxconn dubartoonni gaa'ela dhaabbatan kanneen hin fuudhin caala itti gaafatamummaa maatii qaban jechuun hojii irraa akka hambise himate.
Ministeerri hojjetaa federaalaa seerri ''hojjetoota dhiiraa fi dubartootaa yeroo qacaran loogiin tokkollee akka hin raawwatamne ifatti kaa'a'' jedha.
Foxconn ibsa baaseen ''himata loogii hojii haala gaa'ilaa irratti hundaa'e cimsee ni morma'' jedheera.
Appiliis ta'e mootummaan kutaa Taamiil Naaduu gaaffii Rooyitars irraa dhiyaateef deebii hin kennine.
BBC'n deebii argachuuf bulchiinsa Taamiil Naaduus qunnameera.
Dhiyeessaa guddaa bilbila iPhone kan ta'e Foxconn bara 2017tti warshaa isaa jalqabaa Taamiil Naaduu keessatti kan hundeesse yoo ta'u, ergasii garuu hojii isaa Indiyaatti ciminaan babal'isaa jira.
Dhaabbatichi qacarrii irratti loogii akka hin qabne ibseera.
Qacarrii dhiheenya kana taasifameen dubartoota qacaraman keessaa dhibbeentaan 25 gaa'ela kan dhaabbatan ta'uu dhaabbatichi ibseera.
Beeksisni hojii 20 dhaabbilee qacarriitiin bara 2022tti maxxanfaman "istaandaardii keenya waan hin guunneef" akka haqaman beeksiseera.
Gochoonni loogii qorannoo Rooyitars keessatti bal'inaan ibsaman bara 2023 fi 2024tti raawwataman jedhameera.
“Dhimma sirrii hin taanee yeroo arginu dhaabbata qacarrii addaan kutuu dabalatee tarkaanfii sirreeffamaa fudhanna," jechuun ibse Foxconn
Indiyaa keessatti namoonni kumaatamaan lakkaa’aman carraa hojii argachuuf warshaaleesaa irratti waan hirkataniif gabaasni waa’ee gocha qacarrii kun yaaddessaadha jedhu falmitoonni mirga namoomaa.
Rooyitars qorannoo kanaaf hojjettoota hedduu fi dhaabbilee qacarrii Foxconn dubbiseer

03/03/2024

ijoollee Hararghe keessaa yoon dorgomees namni hin injiifanne ana qofa 🤣

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Address


Addis Ababa
0000