BBN Biftu Broadcasting Network

BBN Biftu Broadcasting Network

Share

BBN Sevice@Fuula Feesbuukii irratti Oduu,Bohaarti fi Taateewwan haaraa Guutuu Addunyaa irratti ta'a

BBN: Seenaa Artisti Haacaaluu Hundeessaa 09/07/2021

BBNTv WorldWide

BBN: Seenaa Artisti Haacaaluu Hundeessaa

12/06/2021

BBN. Sirba Artist Galaanaa Gaaromsaa Wal-Agarra

12/06/2021

BBN. Sirba Artist Hacaaluu Hundeessaa

08/02/2021
09/11/2020

BBN Biftu Broadcasting Network
Rakkoo Siyaasatiif Furmaata Siyaasaa Barbaachiisa.
Haala Biyyaa Keenya Ilaalchiisee Ibsa Kongireesii Federaalawaa Oromoo (KFO)
Finfinnee: Onkooloolessa 30/2013

06/11/2020

BBN Biftu Broadcasting Network
Barataa Obsaa Abdisaa Barataa Sayinsii Siyaasaa ( Political Science) Waggaa Saddaffaa Yuunivarsiitii Finfinneeti. Yeroo Ammaa Kanaa Baratoonni Yuunivarsiitii Finfinnee Barumsa Eegalani Jiruu Barataan Kun Garuu Mana Hidhaa jiraa Kun Waan Bayyee Nama Arsuu fi Nama Gadisisuudha Barataan Kun Sababa Oromoo Ta'eef Waan Oromoof Dubaatef Qofa Hiriyaa Isaa Keessa Hafee Carraa Barnootaa Irraatti Cufamee Jiraa Kanaaf Barataa Kanaaf Sagalee Ta'a!
Shera Godhaa Sagalee Ta'afii!!

06/11/2020

BBN Biftu Broadcasting Network
Abbaan Galaanaa Gaaromsaa Boqotanii Jiruu.
Matii fi Firootan Isaaf Jajjabinaa Hawwiinaa!

Photos from BBN Biftu Broadcasting Network's post 20/09/2020

Biftu Broadcasting Network
Siidaan Yaadannoo Artist Hacaaluu Hundeessaa Magaalaa Ambootti Ijaarame Eebbifame!

21/08/2020

BBN Biftu Broadcasting Network
Akkam jirtuu hoordoftoota BBN yeroo dhihoo as rakkoo teeknikaan Tamsaasni keenyii addaan ciitee turee.
Haa ta'uu malee yeroo dhihoottis halaa saddarkaa isaa egateen qileensa irratti ni debi'aa.
BBN Wiirtuu Oddeeffannoo fi Bohaarti!

Photos from BBN Biftu Broadcasting Network's post 30/06/2020

Reeffi Artist Hacaaluu Hundeessaa Hospitaala Paawuloosiitii bahee gara maatii isaatti qajeele.
(Waxabajjii 30/2020)
Artist Hacaaluu Hundeessaa Waxabajjii 29/2020 halkan keessa nannoo sa'aatii 3:30'tti Kondominiyeemii Galaa bakka jedhamutti Rasaasaan rukutamee kan Lubbuun isaaa darbe.
Yeroo Amma sirni gaggeessaa Gootaa Artist Hacaaluu Hundeessaadhaaf bakka Ummnii Kumaatamaan bahee argametti Finfinee Hospitaala Phaawuloosiitii bahee jira.
Namni ni du'a Hacaaluunis du'a Gootaa du'e yoomiyyuu ni jiraata .
Qeerroo Bilisummaa Oromoo fi jiraattoni hawaasaa Gadda itti dhagahame ibsachuutti daandiiwwan guutummaatti biyyatti keessa jiran cufanii jiru .
Sochiin hanga ammaatti ta'a jiru miira Ummata bakka jiru sochoosaa jira.
Qabsaa'aa keenyaa bara baraan ni yaadanna.

Want your business to be the top-listed Media Company in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address


Addis Ababa