Jabaa Electronics

Jabaa Electronics

Share

Hojii kootti yeroo hunda of kennuun, haala sirrii fi Ammayyaa ta’een tajaajila gaarii ummataaf dhiyeessuun waan na gammachiisu keessaa isa guddaadha.

Your Trusted Electronics shop in Addis Ababa.
🖥️Desktop | 💻Laptop | 🖨️Printer | 📺Smart TV | 📱Phone | 📷Camera | 🎹Keyboard | 🎛️Montarbo | 👁️‍🗨️Security Camera & Accessories

📍Finfinnee Bole Medhanialem, Oromia Tower.
☎️0911145101 / 0911717986 ABOUT US
Ani maamila tajaajiluun jaaladha, hojii kootti xiyyeeffachuu fi bu’aa qabatamaa argamsiisuuf tattaaffii guddaa agarsiisuun ogummaa Business Manager ta

24/05/2026

Tapha har'a galgala 12:00 irratti taphatamu kana 🔥 Arsenal 🆚 Crystal Palace Football Club🔥 Eenyutu injifata?

🏢 Jabaa Electronics giddugala gurgurtaa meeshaalee elektirooniksii yoo ta'u; Computer, Laptop, Tablet, bilbiloota smart ta'anii fi aksaseeroota garaa garaa orjinaala isaa amanamummaadhaan isiniif dhiyeessa. Biiroleef, bakkeewwan hojii dhuunfaaf, barsiisota, barattootaa fi daldaltootaaf meeshaalee elektirooniksii kana bakka jirtanitti ni dhiyeessina!
📍 Teessoo Keenya: Finfinnee, Boolee Madaaniyaalem, Gamoo Oromiyaa (Oromia Tower) keessatti argamna.
📞 Lakkoofsa Bilbilaa: +251911145101 | +251911717986
Jabaa Electronics

Photos from Jabaa Electronics's post 22/05/2026

Tilmaamaa badhaafamaan keenya; tapha yeroo darbe Arsenal Vs Burnley gidduutti adeemsifee tureen Arsenal 1:0 dhaan injifate irratti namoonni dursanii tilmaamanii fi ulaagaa nuti keenye raawwachuun argaman saden isaan gadii kanadha.

1. Waaqish Ilma Angafticha • 10m
2. Milkíí Løv • 11m
3. Guyo Galgalo Golicha • 11m

Isaan kun karaa inbox nu quunnamaa badhaasa keessan fudhadhaa.

Hub:
Namoonni tilmaamanii argatan hedduudha. Kanneen dursanii tilmaamanii fi Ulaagaa guutan isaan amma maxxansinedha. Hedduun keessan argattaniittu garuu sababa share hin goonee fi namoonni kunniin sin dursaniif badhaafamaa marsaa kanaa hin taane. Marsaa itti Aanu yaalaa, galatoomaa👏
Meeshalee Keenya:

• 💻 Laptops: HP, Dell, Lenovo
• 📱 Bilbiloota: iPhone, Samsung, Tecno
• 📺 Smart TV: LG, Samsung, Syinix
• 🎹 Keyboards & Printers: Gosa hunda.
🚚 Tajaajila Geejjibaa Saffisaa qabna!
Jabaa Electronics

19/05/2026

Baga gammaddan deeggartoonni Arsenal marti 🤗

Photos from Jabaa Electronics's post 19/05/2026

Tapha har'a galgala 03:30 irratti taphatamu kana 🔥 Manchester City 🆚 AFC Bournemouth🔥 Eenyutu injifata?

🏢 Jabaa Electronics giddugala gurgurtaa meeshaalee elektirooniksii yoo ta'u; Computer, Laptop, Tablet, bilbiloota smart ta'anii fi aksaseeroota garaa garaa orjinaala isaa amanamummaadhaan isiniif dhiyeessa. Biiroleef, bakkeewwan hojii dhuunfaaf, barsiisota, barattootaa fi daldaltootaaf meeshaalee elektirooniksii kana bakka jirtanitti ni dhiyeessina!
📍 Teessoo Keenya: Finfinnee, Boolee Madaaniyaalem, Gamoo Oromiyaa (Oromia Tower) keessatti argamna.
📞 Lakkoofsa Bilbilaa: +251911145101 | +251911717986
Jabaa Electronics

19/05/2026

Jabaa Electronics
Home of Smart & Original Devices
BRAND NEW 17 Pro Max
SIM status eSIM
Storage:- 256GB & 512GB

Price☎️
Jabaa Electronics

0911145101

18/05/2026

Taphichi dursummaa Arsenal dhaan golabamee jira baga gammaddan dinqisiifattoonni fi jaalattoonnisaa 😍👏

1:0
Tilmaamaa badhaafamaa keessan bor ganama adda baafnee sin biraan geenya!
Jabaa Electronics

18/05/2026

🏆 TILMAAMAA BADHAAFAMAA! Qarshii 3,000! 💰

Tapha cimaa har’a sa’aatii 4:00 irratti ARSENAL fi BURNLEY gidduutti taphatamu tilmaamuun badhaafamaa ta'aa! Namoota tilmaama sirrii kennan keessaa carroomtota 3'f tokkoo tokkoo isaaniif Qarshii 1,000 ni badhaafna.

📌 Ulaagaalee Dorgommichaa:
1️⃣ Share & Follow: Post kana Like fi Share godhaa, akkasumas Page keenya Follow gochuu hin irraanfatinaa.
2️⃣ Seera: Tilmaama keessan 'Edit' gochuun ykn si'a tokkoo ol tilmaamuun dorgommicha irraa isin haqsiisa.

⚠️ Hubachiisa: Badhaafamuuf ulaagaalee kana hunda guutuun dirqama!

🌟 JABAA ELECTRONICS 🔌

Meeshaalee Elektirooniksii 'Original' ta'an wabii (Warranty) amansiisaa waliin gatii madaalawaan isiniif dhiyeessina.
🛒 Meeshalee Nuti Dhiyeessinu Keessaa:
• 💻 Laptops: HP, Dell, Lenovo
• 📱 Bilbiloota: iPhone, Samsung, Tecno
• 📺 Smart TV: LG, Samsung, Syinix
• 🎹 Keyboards & Printers: Gosa hunda.
🚚 Tajaajila Geejjibaa (Delivery) saffisaa bakka jirtanitti isiniif dhiyeessina!
📍 Teessoo: Boolee Madaaniyalem, Oromia Tower.
📞 Bilbila: +251 91 114 5101
🍀

Photos from Jabaa Electronics's post 17/05/2026

Tilmaamaa Badhaafamaa Arsenal fi Burnley Bor Isiniif Gadhiifama! Share Share waliif godhaa!
Jabaa Electronics

17/05/2026

Tapha har'a guyyaa 08:30 Irratti taphatamu kana 🔥 Manchester United 🆚 Nottingham Forest 🔥 Eenyutu injifata?

🏢 Jabaa Electronics giddugala gurgurtaa meeshaalee elektirooniksii yoo ta'u; Computer, Laptop, Tablet, bilbiloota smart ta'anii fi aksaseeroota garaa garaa orjinaala isaa amanamummaadhaan isiniif dhiyeessa. Biiroleef, bakkeewwan hojii dhuunfaaf, barsiisota, barattootaa fi daldaltootaaf meeshaalee elektirooniksii kana bakka jirtanitti ni dhiyeessina!
📍 Teessoo Keenya: Finfinnee, Boolee Madaaniyaalem, Gamoo Oromiyaa (Oromia Tower) keessatti argamna.
📞 Lakkoofsa Bilbilaa: +251911145101 | +251911717986
Jabaa Electronics

Photos from Jabaa Electronics's post 17/05/2026

Badhaafamtoota keenya biraan badhaasa dhaqqabsiifnee jirra, Hirmaannaa keessaniif guddaa galatoomaa.🙏

Namni tokko ammayyuu nu hin quunnamin jira!
🏢 Jabaa Electronics giddugala gurgurtaa meeshaalee elektirooniksii yoo ta'u; Computer, Laptop, Tablet, bilbiloota smart ta'anii fi aksaseeroota garaa garaa orjinaala isaa amanamummaadhaan isiniif dhiyeessa. Biiroleef, bakkeewwan hojii dhuunfaaf, barsiisota, barattootaa fi daldaltootaaf meeshaalee elektirooniksii kana bakka jirtanitti ni dhiyeessina!
📍 Teessoo Keenya: Finfinnee, Boolee Madaaniyaalem, Gamoo Oromiyaa (Oromia Tower) keessatti argamna.
📞 Lakkoofsa Bilbilaa: +251911145101 | +251911717986
Jabaa Electronics

Photos from Jabaa Electronics's post 17/05/2026

iPhone 17 Pro Max Storage:-256GB / 512GB,💥
Discount baay'ee gaariidhaan nu biraa argattu, /Teesson : Boolee galma barkumee duuba Gamoo Oromiyaa irratti argamna.
Jabaa Electronics
0911145101
0911717986

Want your business to be the top-listed Computer & Electronics Service in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Website

Address

Finfinne Bole Medhanealem, Oromia Tower
Addis Ababa
1000