Oromoo VIP

Oromoo VIP

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Oromoo VIP, Digital creator, Awash.

09/06/2026

Affeerraa Ibsa Miidiyaa
Faawundeeshiniin Hacaaluu Hundeessaa Sagantaa Yaadannoo Wareegamuu Hacaaluu Hundeessaa Waggaa 6ffaa fi Sagantaa Badhaasa Hacaaluu Hundeessaa 5ffaa ilaalchisuudhaan Bor Waxabajjii 3, Bara 2018 Hoteela Geetfaam /Getfam/(22) ti ibsa miidiyaaleeef ni keenna.

Kanaafuu Miidiyaaleen argamuudhaan uwwisa miidiyaa akka nuuf kennitaniif kabajaan isin affeerra.
Galatomaa!

Photos from Oromoo VIP's post 03/06/2026

Guyyaan gammachuun keenya guutuu ta'u Guyyaa dhugaakee argannedha.

24/05/2026

Big shout out to my newest top fans! Këñbôñ Âfërâ

23/05/2026

21/05/2026

15/05/2026

Galani Harmee Yomiyuu Nuraa hin dhumuu Harmee ko Naf Ebbisaa me

13/05/2026

Sinishaw muleta

12/05/2026

Jabbaa Ofi Abbatu Jabefataa Music Garaa Isatin Gad Lakifame Jiraa Demaa Lalaa Music akkaa male namati tolu

01/05/2026

Shaggooyee Eysaati me namni beytan comment godhaa

23/04/2026

Jabbaa Ofi Abbatuu Egataa Waggaa kumaa nuf Jiradhuu Galaana Gaaromsaa

Want your business to be the top-listed Photography Service in Awash?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address


Awash
1000