Biiftuu Media World Wide

Biiftuu Media World Wide

Share

Singer and Lecturer at Ambo University
( MSc in Data Science )

31/07/2024

❤️
!
Oboro media producer
Sadarkaa faarfannaan Afaan Oromoo irra gahaa jiru abdii namatti hora. Faarfattoota akkasii nuuf haa baay'isu. Eebbiifami obboleessa koo. Guutuu isaa Oboroo media irraa argattu. https://youtube.com/?si=yBsgniUV9tugqylB
▓▒F░O░L░L░O░W▒▓█
█▓▒░M░E░▒▓█
Gospel Singer Gadisa Bane
Gospel Singer Gadisa Bane

Photos from Gospel Singer Gadisa Bane's post 31/07/2024
30/07/2024

Biiftuu Media World Wide

!
√Yeroo aarii tokko keessatti yoo obsite gadda guyyaa dhibbaa jalaa of baafta.

√Imala jalqabaa kee irratti namni si deeggaru barbaadu hin jiru.Garuu erga milkaa'ina kee arganii booda hundi isaanii deebi'anii michuu kee ta'uu barbaadu.

√Haalli ykn dhiibbaan kamiyyuu akka abdii si kutachiisu hin eyyamiin. Addunyaan kun itti fufiinsa(continuity) irratti akka ijaaramte yaadadhu.

√Yeroo hundumaa mul'ata kee namoota biroo akka hubatan eeguun kee dogoggora.Dura ijaaruu jalqabi. Namoonni sammuu kee dubbisuu hin danda’an, bu’aa qofa arguu danda’u.

√Yeroo baay’ee qabdu baay’ee kennuun salphaadha; garuu yeroo xiqqoo qabdu baay'ee kennuun dhuguma kennaa jaalalaati.
Gospel Singer Gadisa Bane
Gospel Singer Gadisa Bane
▓▒F░O░L░L░O░W▒▓█
█▓▒░M░E░▒▓█

29/07/2024

Biiftuu Media World Wide

Gospel Singer Gadisa Bane
Tv Biiftuu Jireenyaa World Wide
Amantoonni Shaggar,Ashowaa meedaa fi naannoo kana jirtan sagantaa hafuuraa kana hirmaadhaa. Hafuurri qulqulluun yeroo bareedaa nuuf kenna. Waaqayyoon waliin faarfannaa, Wangeela labsina!

Photos from Biiftuu Media World Wide's post 27/07/2024

Dinku Deyasa Biru ❤️
Eebbifamtoonni Rift Valley University bara kanaa (2016) baga gammaddan. Congratulations! Nama jabaa nama Sabni Oromoo qabu Kabajamoo Obbo Dinku Deyasa eebba ijoolleesaa irratti argamee eebbisiiseera.
Dhugaamatti namni Kuni Abbaa ijoollee Oromoo fi Saba biyya kanaati. Galatoomaa!
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
Congratulations to the graduates of Rift Valley University of the Year (2016). Congratulations! A strong man who has Oromo people has honorable Mr. Dinku Deyasa on the graduation of his children. Actually this man is the father of Oromo children and the nation of this country. Thank you!
Gospel Singer Gadisa Bane
Gospel Singer Gadisa Bane
Biiftuu Media World Wide
█▓▒F░O░L░L░O░W▒▓█
█▓▒░M░E░▒▓█

26/07/2024

!
!

25/07/2024

Biiftuu Media World Wide
Christ Army Tv Worldwide
Gofa Zone sad 😢💔
Uummata Kibbaa,Goofaa tti lubbuu namoota 250 olii Sigiga lafaan darbuu beekame. Uummata kanaaf Waaqayyoon haa kadhannuuf

25/07/2024

Biiftuu Media World Wide
Master Abinet Kebede
Uummata Kibbaa,Goofaa tti lubbuu namoota 250 olii Sigiga lafaan darbuu beekame. Uummata kanaaf Waaqayyoon haa kadhannuuf

Photos from Biiftuu Media World Wide's post 25/07/2024

Tibbana balaa sigiga lafaa Naannoo Kibba Itoophiyaa Godina Goofaatti mudateen lubbuun namoota 230 ol galaafachuun ibsameera. Ammayyuu reeffa namootaa barbaaduun itti fufeera.

Please uummata garraammii, qulqulluu kanaaf Waldoonni Kiristaanaa,Sabni Waaqayyoon haa kadhannuuf. Baay'ee nama gaddisiisa. Nama waaqayyoo Raajii Iyyuu Cufaa Christ Army Tv Worldwide galatoomi boo'ee oolmaa kaleessaa yeroo fayyaatti jiran yaadatee waaqayyoon kadhateef. Yeroo gaddaas wal haa yaadannu!
Gospel Singer Gadisa Bane
Gospel Singer Gadisa Bane
Biiftuu Media World Wide
█▓▒F░O░L░L░O░W▒▓█
█▓▒░M░E░▒▓█

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address


Finfinnee
Addis Ababa
00000