Michujobs

Michujobs

Share

Hoji barbaddotni karaa keessas tahe Commentiin nu quunnamaa
wantoota wayitawaa bahaan gad isiiniif lakkifna fedhi keessan murttessadha galatoomaa

25/06/2026

Galateeffadhu

https://www.facebook.com/share/p/14dYFvsWFGu/

gargaaraakoo
gaggeessakoo hanga guyyaa har'aatti anaaf manakoo,Maatiikoof namoota wal beeknuuf hin beekne waan nu gargaarteef sin galateeffadha

21/05/2026

https://www.facebook.com/share/p/1B7fjmRMH6/

hin dubbisin hin darbinmee eega dubbistee yaadakee qoodi.
ajayibaa

Jireenya diraamaa!.

1) ciree = 140 + bishaan =30+ buna = 40 = 210

2) laaqana =300 +bishaan =30+ buna 40= 370

3) Irbaata = 300+ bishaan = 30+ shaayi 20 = 350

++++ Basii guyyaa =1030
++++ ji'atti 1030×30 =30,900

4) saamuna uffaata 180×2=360

5) saamuna qaamaa 200×2=400

6) kiraayii mana = 5000 yoo caafii tahe isayyuu

7) kardii guyyaattii 37 internet 30×37=1110

8) sagalee torbeetti 35 ji'atti 35×4= 140

9) Transport Guyyatti 100 dhaqaaf gala 200
200×24=4800

Kun warra mana hin dhaabbanne /Hin fuune hin heerumneeti
Ilaalaa yasabaa kan maatii bulchuwoo? Isiniif qindeessuu ?

Dhuguma biyya Ethiopia kana keessa Miindaan 5k jireenya 20k jiraata mindaan 20k kan dachaa 3 jiraata yaada keessan nuuf qoodaa isin birawoo biyyi nagaadha?

ji'atti gara baasiin = 44,800, 00tti dhiyaata.
Galiin ji'aa walakkaa miti ruubii baasii hin gahu.
miraakiliin kana caale jiraa amma?

maal wayyaa jettu? Yaada maalii qabdu silas Waaqayyoon galateeffachuu malee isa akkanatti nama jiraachisu !

Warri muddannoo akkasii qabdan akkanatti miracle jiraattan kottaa dubbadhaa akkakoo sodaa hin qabuuti Isayyuu magaalota Keessa kan jirtan bara jireenyi qaala'ee keessa kiraa manaa ibidda boba'u kana kaffalaa warri jiraattan
Kan hafe itti guuta
Liinki telegrami
https://t.me/adeemsacima
https://t.me/adeemsacima

Photos from Michujobs's post 19/05/2026

Ofiikee ilaaltutti Obboleessakeef Obbileettikees ilaali gochuu qofaan namoota Beeksisoota Hojii barbaadan qaqqabsiisaa adaraa




✍️ Akkaataa Armaan Gadiitti Baasee Jira.
1.Ulaagaawwan isaa fi bakka galmee sirriitti dubbisaa.
1.Galmeen giddu gala ibsame msratti Guyyaa 13-09-2018 irraa eegalee guyyootaa hojii 7 walitti aanan keessatti yeroo ta'u, galmeen sa'atii hojiittidha.
Fuula telegramii
👇👇
https://t.me/adeemsacima
https://t.me/adeemsacima

Hiryoota Keessaniif godha

31/03/2026

Hubadhaa dhugaa isaa

Liinkii banuun
👇👇👇
https://www.facebook.com/share/p/1CUfeoLRDJ/

hin dubbusin qeeqaaf hin ariifatiin
Suurri toora midiyaa irrati kan fudhatame

⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️
.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬

Dhugaa dubbachuun hin qabu
Seenaa... ✍️

🦻Gaafa tokko.... Shamarran uffata qaama isaanii muldhisu uffatanii walga'ii irratti argaman.

Gaggeessaan waltajjichaa, shamarran kana ilaalee waan sammuun isaanii hin daganne fakkeenyota sadi fudhatee itti dubbate.

↪️Kunis akkas kan jedhu ture.

⬇️"Mee hundumti keessan gadi taa'aa waan ta'e tokkon isinitti hima! Albuudota gatiin isaanii mi'a (qaalii) ta'an hunda akka isaan haala salphaan hin argamnetti Waaqni golgaa (ulfina) itti godhee uume.

☑️Fakkeenyaaf:

1✅️Warqii fudhadhaa - Dhagaa meeqa galagalchitanii, lafa gadi fageessitanii erga qottanii akka carraa bira geessan.

2✅️Diyaamandiin - albuuda gatiin isaa (mi'aadha) qaaliidha. Nama carraa qabutu dadhabbii guddaa booda argata.

3✅️Pearls - albuuda gati guddaadha fi miidhagina guddaa qabudha. Albuuda kana argachuuf Qurxummiin, Naachaan nyaatamuu utuu hin sodaatin garaa galaanaa jala seentanii argattu.

⭕️Albuuda kana baafachuuf abbootiin qabeenyaa mootummaa wajjin waliigaltee seera qabeessaa eeyyama argachuu qabu. Albuudota haala salphaan ijatti argamaniif namni eeyyama gaafatu hin jiru, qaamni eeyyama laatus hin jiru.

⭕️Qaamni keessan warqii, diyaamandii fi pearls caala qaaliidha. Kunis ta'u qaama keessan yoo dhokfattan (golgitanii) fi eeggannoo yoo isin gootanidha. Yoo akkas ta'e gaa'elatti seenuu keessaniif waliigaltee seera qabeessa maatiin keessan beekan ta'uu qaba. Akkasitti maatii fi firoonni keessan beekanii qaamni 3ffaa eeyyama (Marriage Licensed) isiniif kenna. Albuuda rakasa kan kabajaa hin qabne of hin godhinaa! Kan abbaan fedhe itti fayyadamu, kan eeyyama eenyunuu ala namni marti arguu danda'u." jedhee gorsa gabaabaa kana kenneef. Shamarran sunis of ilaalanii guddaa ofitti gaddan jedhama.

📩 Ergaan barreeffama kanaa ifadha jedheen yaada. Qaalii akka taatan beekaa "of hin rakasiisiinaa, gatiin keessan qaalidha!"

kana namootni yaadattan nama 1F qoodaa .
Odeeffannoo Isin gargaaruuf barsisu hordofaa bakka maqaa Kiyya jettu tuquu hin dagatinaa

27/03/2026

https://www.facebook.com/share/p/17AUiX79Vf/

dubbistee utuu nama hin qoodin hin darbiin

"Dumessa olitti jiraadha malee dumeessa jala hin jiraadhu!" ⛈️✨

"Addunyaa kanarra simbirroota baay'eetu jira. Yommuu roobni roobu hundi isaanii gaaddisa barbaaduuf fiigu; Joobirri garuu rooba jalaa dhokachuuf hin fiigu.
Kanaa mannaa baallee isaa diriirsee duumessa olitti balali'ee roobaa ol ta'ee gadi ilaala."

Yeroo rakkoon dhufu namoonni hedduun Nama komachuun amilee isaanii gadi buusun gaaddisa barbaadu.

Garuu akka joobiraa ta'i! Rakkoo kee dhoksuuf hin yaalin; humna rakkoo kee olitti ol kaasu ijaari /Uumi

Yaadadhu:
Joobirri kophaa isaa balali'a; Sinbirroota waliin hin balali'u.

Olka'iinsa kee irratti kophaa kee imaluu hin sodaatin yeroon jedhu ejjennoof kutannoo qabaadhu .

Callisuun kee sodaa osoo hin taane humna yeroo kaatu duuba hin deebitu .
Joobirri sagalee hin dhageessisu, garuu samii ni to'ata/Iji isaas fagootti arga atis fageessi yaadi.

Har'a akkas jedhi ofitti himi: 'Ani Joobira, rakkoo koo olitti akka balali'uufan uumame!'
Har'a rooba duumessa keessa jiru osoo hin taane ifa duumessa gubbaa itti argitu nuuf haa ta'u."
📝

Rakkoo kee olitti akka Joobiraatti balali'uuf qophoofteettaa?

facebook keenya bakka jettu tuquun maatii keenyas ta'aa.
barsiisoof isin gagaaran hordofaa

21/03/2026

https://www.facebook.com/share/p/1C9RswqBcM/

Hiriyaaf Oggansa Akkasii qabaa?

1) Yeroo waa sirraa barbaadan qofa sitti haasawu,gaafa ati barbaaddu hin argaman gaafa ofiif si barbaadan malee!

2) Gaarummaa kee akka gowwummatti ilaalanii sitti fayyadamuu barbaadu,gaafa waan barbaadan sirraa dhaban, siin oodu,si cufu,amala sitti jijjiiratu!
isin gargaaruuf isin fayyadu argachuuf bakka maqaa kiyya tuquun gochuu hin dagatinaa

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address

Gulalle
Addis Ababa
24800