Motessa Studio
Music Video Quality bareedaa sadarkaa isaa eeggate hojjechuu yoo barbaaddan nu dubbisaa �
Boru Galgalattii nu eegaa
09/06/2026
Jirra jirtuu Jaalattoonni Aartii biyya keessaaf ala jirtan marti keessan ? Wallee hedduu miidhagaa Video standard isaa eeggateen ammas walitti deebinee jirra. Motessa Studio Wellisa Qaxalee Gutamaa Dheeressaa Waliin ta'uun gara keessan Dhufee jira. Wallen kun Miidhagee akka isin bira gahuuf Ogeessonni Jajjaboon hirmaataniiru nutis gama keenyaa Jaalattota aartii biraan dhaqqabsiisuuf qophii keenya xumurree jirra. obsaan nu eegaa.
Director
Production
Presented by Motessa Studio
Graphics - HD
02/06/2026
Itti dhiyaadhaa
Seble Getachow - HAQAAN (Official Video) We are excited to share our brand-new Oromo music release “Haqaan”, beautifully performed by the talented artist Sable Getachow.This song carries emotion, tr...
29/05/2026
Walleen Ogeessota hedduun Gama YouTube Motessa Studio tiin isiniif dhiyaate Jaalattoonni Aartii Oromoo itti bohaaraa jiraachuu yaada nu dhaqqabaa jiruun hubanneerra. Akkuma Armaan dura isiniif ibsa turre Ogeessota hojiinkana miidhagsan keessatti Gama Directing fi Cinematography dhaan Hojicha Sadarkaan kanaan kan gahe Moti Robale ti
Itti bohaaraa yaada keessan nuu qoodaa link comment jalaa argattu.
Motessa Studio
intro by - Amaan Iluu
28/05/2026
Out now
Seble Getachow - HAQAAN (Official Video) We are excited to share our brand-new Oromo music release “Haqaan”, beautifully performed by the talented artist Sable Getachow.This song carries emotion, tr...
Seble Getachow - HAQAAN (Official Video)
28/05/2026
Hello Motessa Studio family ❤️
The wait is almost over. Only a few hours remain until Seble Getacho’s brand new work “HAQAAN” finally reaches you all. 🎶🔥
This is more than just a song — it’s a message, a feeling, and a story brought with passion and dedication. We truly can’t wait for you to experience the emotion and energy behind it.
Get ready, stay connected, and be among the first to witness something special.
“HAQAAN” is coming soon! ⏳✨
27/05/2026
Ogeessa jabaa Sirboota dhageettii Uummataa akka gaariitti argatanii addatti kan dhaabbata Production Motessa Studio dhaan isiniif qophaa'anii irratti gama Editing fi Graphics design dhaan H I N S E E n hojii boonsaa hojjechaa turuun ni yaadatama ammas Wallee Sable Geetaacho irratti ogummaasaan hirmaannaa hoo'aa taasisee jura
Obsaan nu eegaa
Motessa Studio
27/05/2026
Haqaan walleen jettu Ogeessota jajjaboo hedduu kan hirmaachiste yoo ta'u Weellistuu haaraa qaxalee sagalee kiilolee qabduun bifa addaan kan isinif qophooftedha. gama videon Choreography wallee kanaa qindeessun shoora olaanaa kan taphate Choreographer ti Obsaan nu eegaa
Motessa Studio
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Addis Ababa