Davido
Hello precious people! Thank you for joining me🙏
Welcome to my page I'm Dawit Chala a christian musician, singer and song writter, passionate about sharing God's love through music as we sing on earth until we see our king face to face.
04/02/2026
HAR'A KEE ILAALTEE BORII KEEF ABDII HIN KUTIN
Boruu kee kan siif arge Waaqayyo; hanga boru ga’utti si deeggaraa, si jabeessaa, si gorsaa, gammoojjii har'aa kana injifannoodhaan akka ati darbituuf cina kee dhaabbata.
Milkaa’inakee boruu kan hin jaallanne immoo, waan gaarii boru si eeggatu akka hin argineef rakkoo har’aa keetti si hidhee abdii si kutachiisa. Isa hin dhaggeeffatin; gurra illee hin kennin.
Waaqayyo eenyu akka dhiisetti si dhiisa? eenyu akka irraanfatetti si irraanfata? Waaqayyo inni Saaraa fi Abrahaamin yaadate, inni Eliyaasin yaadate sun si yaadata.
Kanaafuu hin sodaatin, jabaadhu; abdii hin kutatin. 💪
hattuun kaleessa bilbilako
na nyaattee
hattuun sirra caaltu si haa nyaattu🙄
🫵🧐
IShowSpeed😂
Waaqayyo gaaridha
የጤና ምክር Dr XIBEBU 💉
25/01/2026
ይችላል ማንቼ ይችላል 👌🤣
Glory glory manichister United
25/01/2026
In dandeessa foon haadhako👌👌👌👌👌
25/01/2026
Ani waantan jedhu hin qabu glory glory manchister United
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the public figure
Website
Address
Megenagna
Addis Ababa