Ibsa Saba
Welcome to my page Ibsa Saba please Follow me everyone else my almighty of god protect you ๏ฟฝ๏ฟฝ
Shaggooyyee
15/05/2026
Happy Wedding day ๐๐๐งจ
Hellee Dubartoota Oromoo
Aadaa teenyaa ๐ฅ๐ฅ๐ฅ๐ฅ๐ฅ
08/05/2026
Wantoota 6 Kana Namatti hin Himin..!
********************************************
1. Karoora kee.
2. Dadhabina kee.
3. Kufaatii kee.
4. Iccitii kee.
5. Sochii kee kan fuul-duraa.
7. Galii kee yookiin (qabeenya) kee hin himin.
********************************************
Jahan Kana Ammoo Hojiirra Oolchi!
********************************************
1. Yaadi malee hin dhiphatin!
2. Nama irraa baay'ee hin eeggatin!
3. Dandeettii tee beeki!
4. Dogoggora kee irraa baradhu!
5. Ofitti amanamummaa qabaadhu.
6. Dandeettii teetitti fayyadami!
๐๐
Ibsa Saba
08/05/2026
kee qubee kam irraa jalqaba?๐๐
Dabbalwood Media
28/04/2026
Mammaaksaati ๐คฉ๐๐
26/04/2026
Siidaa hundda caalaa kan na gammachiise
isa kana
Maal qaba osoo hojitti jijjiiranii
26/04/2026
Click here to claim your Sponsored Listing.