OGT
OGT PLACE OF INFINITE POSSIBILITY
16/08/2026
๐ณ๐ข | Galii Buโaa Bosonaa
Galii Buโaa Bosonaa irratti Qajeelfama haaraa kana quba qabduu? ๐ฟ
Namoota hojii, daldalaa ykn fayyadama buโaa bosonaa waliin walqabatu hundaaf odeeffannoon kun barbaachisaa dha.
๐ Qajeelfama jiru sirriitti beekuun: โ
Seera fi dambiiwwan hojii irratti raawwataman hubachuuf
โ
Rakkoo seeraa irraa of eeguuf
โ
Hojii fi daldala sirnaan gaggeessuuf
โ
Odeeffannoo sirrii fi yeroo isaa eeggate argachuuf isin gargaara.
๐ฌ Ati Qajeelfama Galii Buโaa Bosonaa kana quba qabdaa?
๐ Yaada kee Comment irratti nuuf barreessi.
๐ค Namoota dhimmi kun ilaallatuuf Share godhi.
๐ Facebook:
https://www.facebook.com/profile.php?id=100063563516710
๐ฒ Telegram:
https://t.me/OGTinfoo
02/08/2026
๐ Maal barbaaddu?
Fuula keenya irratti odeeffannoo kam arguu feetu?
โค๏ธ Carraa Hojii
๐ Beeksisa Qaacarrii
๐ฅฐ Scholarship
๐ฎ Business Ideas
๐ฅ Breaking News
๐ CV & Interview Tips
๐ Deebii keessan Comment irratti nuuf barreessi.
๐ Facebook: https://www.facebook.com/profile.php?id=100063563516710
๐ฒ Telegram: https://t.me/OGTinfoo
OGT OGT PLACE OF INFINITE POSSIBILITY
02/08/2026
๐ข (CV) | Dream Job Kee Professional Ta'een Jalqabi!
Bara baajataa haaraan waan jalqabameef, dhaabbileen mootummaa, dhuunfaa fi NGO hedduun beeksisa qaacarrii muuxannoo malee (Fresh Graduates) fi muuxannoo waliin yeroo hunda ni baasu.
๐ผ Carraan hojii gaariin CV Professional irraa jalqaba!
CV fi Application Letter sirnaan qophaa'e jechuun:
โ
Dandeettii fi gahumsa kee sirriitti agarsiisa.
โ
Hojjechiisaa irratti yaada gaarii uuma.
โ
Sirna ATS (Applicant Tracking System) waliin kan walsimu ta'a.
โ
Carraa shortlist fi interview kee ol kaasa.
๐ Fresh Graduate taatus ta'e muuxannoo kan qabdu yoo taate, CV ammayyaa fi qulqulluu qabaachuun hojii argachuuf murteessaadha.
โจ Tajaajila keenya:
โ๏ธ Modern & Professional CV
โ๏ธ ATS-Friendly CV
โ๏ธ Professional Application Letter
โ๏ธ CV mootummaa, NGO fi dhaabbilee dhuunfaa hundaaf mijatu
โ๏ธ Gorsa hojii fi hojii barbaacha
๐ Namoonni hedduun tajaajila keenya fayyadamuun hojii isaanii argataniiru. Atiis carraa kee har'a irraa jalqabi!
๐ฉ Nu Quunnamaa:
๐ Facebook:
https://www.facebook.com/profile.php?id=100063563516710
๐ฒ Telegram:
https://t.me/OGTinfoo
๐ Bilbila: 0910823534
๐ Hiriyoota hojii barbaadan biraan ga'uuf SHARE godhaa.
๐ Follow nu godhaa, odeeffannoo hojii fi carraa haaraa yeroo hunda argachuuf.
OGT OGT PLACE OF INFINITE POSSIBILITY
Good morning! ๐
Today is another chance to build the future you dream of. Stay focused, work hard, and never give up. Wishing you a productive and successful day!
01/08/2026
๐จ
Akka odeeffannoon naannoo sana irraa gabaafametti, naannoo Shararii keessatti humnoota mootummaa Itoophiyaa fi humnoota TPLF gidduutti walitti bu'iinsi hamaan uumamuu himameera.
Odeeffannoon sun humni mootummaa injifannoo galmeessuu, miidhaan mootummaa fi humnoota TPLF irra ga'uu, akkasumas meeshaaleen waraanaa muraasni booji'amuu ibsa. Haa ta'u malee, lakkoofsi miidhaa fi bal'inni odeeffannoo kanaa yeroo ammaa maddoota bilisa ta'aniin guutummaatti hin mirkanoofne.
๐ Odeeffannoo haaraa fi mirkanaa'e yeroo argamutti isin biraan geenya.
๐ Facebook:
https://www.facebook.com/profile.php?id=100063563516710
๐ฒ Telegram:
https://t.me/OGTinfoo
๐ฌ Yaada keessan kabajaan nuuf qoodaa.
๐ Odeeffannoo mirkanaa'e qofa waliif qooduun gahee keenya haa bahannu.
30/07/2026
๐จ | Carraa Hojii 1000+ ๐ฅ
Biiroon Fayyaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee irratti carraan hojii 1000 ol banameera.
๐ฉโโ๏ธ๐จโโ๏ธ Yoo ulaagaalee barbaachisan guuttan, carraa hojii kana akka hin darbineef yeroo galmee keessatti iyyadhaa.
๐ Liinkiin ittiin apply gootan fi odeeffannoon guutuun Telegram keenya irratti argama.
๐ฒ Telegram:
https://t.me/OGTinfoo
๐ Facebook:
https://www.facebook.com/profile.php?id=100063563516710
๐ข Beeksisoota qaacarrii mootummaa fi dhuunfaa, carraa barnootaa, leenjii fi odeeffannoo hojii haaraa yeroo hunda argachuuf nu hordofaa.
โ
Post kana hojii barbaaddota biraan ga'uuf SHARE godhaa!
๐ Follow nu godhaa, carraa hojii haaraa kamiyyuu yeroo jalqabaatiif akka argattan.
๐ฌ Gaaffii yookiin yaada yoo qabaattan Comment irratti nuuf barreessaa.
๏ฟฝ Carraa Hojii Online Baradhu! ๏ฟฝ๏ฟฝ
Bilbila keessan qofa fayyadamuun ogummaa dijitaalaa haaraa barachuu fi carraa hojii online irratti hirmaachuu barbaaddaa?
๏ฟฝ Leenjii Addaa Namoota Haaraaf Qophaa'eera! ๏ฟฝ
Leenjii kana keessatti: ๏ฟฝ Akkaataa hojii online itti jalqabdan
๏ฟฝ Profile keessan professional ta'een qopheessuu
๏ฟฝ Akkaataa platform dijitaalaa itti fayyadamuu
๏ฟฝ Network ijaaruu fi nama afeeruu
๏ฟฝ Tarsiimoo hojii keessan guddifachuu
๏ฟฝ Qajeelfama fi deeggarsa barbaachisaa argachuu
๏ฟฝ Leenjiin keenya: ๏ฟฝ Bilisaa
๏ฟฝ Namoota haaraaf mijataa
๏ฟฝ Qajeelfama guutuu waliin
๏ฟฝ Yeroo Leenjii:
๏ฟฝ Galgala sa'aatii 3:00 โ 4:00 (Sa'aatii Itoophiyaa)
๏ฟฝ Amma jalqabuuf: https://invite-poppo.com/PetfGt
๏ฟฝ ID: 31292388
๏ฟฝ Odeeffannoo fi deeggarsa argachuuf:
๏ฟฝ Telegram: https://t.me/OGTinfoo
๏ฟฝ WhatsApp: https://wa.link/x2i44w
๏ฟฝ Carraan haaraan namoota barachuu fi tarkaanfii fudhachuuf qophaa'an eeggata. Har'a jalqabi!
Category
Website
Address
Bole
Addis Ababa