JOSSY MAN
https://www.youtube.com/@JossyManTube4761 Cunqurfamaa bara dheeraati
10/05/2026
Harmee koo Deessuu koo waan hunda koo Baga Guyyaa Dubartootaatiin si gahe waggaa kuma nuuf jiraadhu๐ฅฐ๐
HARMEE KOO๐ฅฐโค๏ธ
Art.Nugusee Taaddasaa Baga Milkoofte๐ฅฐ
Koottaa Hojjedhaa hin Rafiinaa๐ธ๐ธ๐ธ๐liinkii hojichaa comment jalaa argattu๐๐
21/01/2026
Jirra Jirtuu ilmaan Maccaaf Tuulamaa๐ฅฐ
18/12/2025
๐๐ซ๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐ฎ๐ฎ๐๐ก๐ ๐๐ฎ๐๐๐ข๐ฌ๐๐..โ๏ธโ๏ธ
Namni kamiyyuu jireenyakeef
akka siif murteessu hin eegiin.
Jireenya sirriin ati jiraachuu dandeessu isa ofiikeef murteessitedha. Sirrii fi badaan isaa immoo harka kee keessa jira. Namaan hirkoo hin godhatiin. Namni akka shambaqqooti. Guyyaa tokko laafee si jalatti cabee si kuffisa. Namni jabaadhu, ishoo siin jechuuf si jajjabeessuu danda'a malee bakka kee bu'ee siif jabaachuu hin danda'u. Bakka kee bu'ee miira keessakee siif ta'uu hin danda'u. Dhukkubbiin kanuma keedha. Namni siif boo'uu danda'a malee bakka kee bu'ee siif hin du'u. Jireenyikee akka konkolaataati. Konkolaataa namni lama hin oofu.Jireenyikees akkasi.
Namni lama siif hin jiraatu. Sumaaf suma qofa. Namni hanga bool'aatti si waliin deema malee si waliin bool'a hin lixu. Maarree nama isa kamiif furtuu jireenyaa laattee ofii balbala taatee jiraattaree? Abbalusheekoo waan jettu dhiisi. Nama hundaa gammachiisuu hin dandeessu. Namni gammachuu waan hin quufneef. Dursa ofiikeef of gammachiisi. Jireenya barbaadduuf dursa kenni.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Addis Ababa