Bulcha Media

Bulcha Media

Share

Tommorrow is more best

16/08/2026

..!
Gootni Fokkoraa jira💪

16/08/2026

HBD

16/08/2026
15/08/2026

���

15/08/2026

ንጉሱ ግርማ ሞገሱ 👌
ብለህ ፃፍ እስኪ 💪

13/08/2026

🇪🇹‼️

🇪🇹የኢትዮጵያ መከላከያ ሰራዊት ጀግና ነው የሚል ብቻ ላይክ ያድርግ 🇪🇹ሀገርን ማገልገል ክብር ነዉ🇪🇹
゚viralvideo

Photos from Bulcha Media's post 12/08/2026

Miseensi Kongireesii Ameerikaa Ilhaan Umar Filannoo Dimookiraatotaa Marsaa Duraa Injifatte!
*********************

Tiraamp waliin qabsoo jabduu taasisaa tan turte miseensi Kongireesii Ameerikaa hidda Dhalootaa Somaaliyaa taate Aadde Ilhaan Umar filannoo marsaa duraa paartii Dimokraatotaa Naannoo Filannoo 5ffaa bulchiinsa Minisootaa keessatti adeemsifamaa jiruun sagalee caalmaa 80% argachuun injifannoo argachuun gabaafame.

Ilhan Omar injifannoo guddaa kana kan galmeessiste Koree Dhimma Ummata Ameerikaa-Izraa'il (AIPAC) irraa deeggarsa tokkollee osoo hin argatin ta'uun ibsameera.

Miseensota miliyoonaan lakkaa'amu kan qabu AIPAC, filannoo Ameerikaa keessatti dhiibbaa guddaa qabuun kan beekkamu yoo ta'u, dorgomtootaaf deggersa biliyoonaan lakkaa'amu ramadee filannoo injifachiisuu qofa osoo hin taane, morkattoota isaanii, kanneen gocha mootummaa Israa'el mormaniifi Ameerikaan deeggarsa isheef taasistu dhaabuu qabdi ejjannoo jedhu qaban akka filannoo hin dabarre dhiibbaa uumuun jaarmayaa waggoottan dheeraaf hojjachuun beekamuudha.

Ilhaan Umar imaammata Pireezidaantii US Doonaald Tiraamp baha jiddu galeessaa keessatti qabu mormuun beekkamti, keessattuu ejjannoo Israa'elii fi Ameerikaan Filisx*eenotaaf qaban irratti.

12/08/2026

Abiy Ahmed Ali



ijarraa hafaa

12/08/2026

‼️

Yeroo ammaa United Kingdom UK 🇬🇧 aduun parsantii 96% ji'aan hagoogamtee jirti. Kushufuun aduu mullatee jira!

Biyyoota akka Ispeen, Giriinlaand, Ayislaandii fi Poorchugaal guutumatti aduun parsantii 100% jiini aduu hagooguun kushufuun aduu uumameera.

Biyyoota biroos akkuma odeessa arganneen isiniif qoonna..!! NASA qorannoo isaan akka mirkaneessetti kushufuu aduuf jiinaatu lafaafii aduu gidduu qaxxaamure jachuun addeesse....waan haaraa kamiifuu nu hordofaa...🙌 😎 🤷‍♂️

11/08/2026

!.

Dhaabbanni guddichi waa'ee hawaa qorachuun beekkamu NASA'n guyyaa boruu aduun guutuu addunyaa tti akka kusuuftu himaa jira. Kuni tilmaama isaaniiti. Dhugaas, kijibas tahuu dandaya.

Garuu yoo dhugaa ta'e akka isaan ja'anitti rifachuu dhiisuun hin tahu. Isaan “Yoo dhugaa ta'e hin rifatinaa” jachaa jiran. Garuu yoo dhugaa ta'e nama Muslimaa irraa rifatee qalbii qulqulluun gara Rabbii deebi'uu fi sunnaa salaata kusuufaa salaatuutu barbaachisa.

Aduu fi jiini kusuufuun mallattoo akeekkachiisa Rabbii mullisuudha.

Rabbiin nuuf haa araaramu!
gama rabbii keenyaa Towbaa haa deebinu
Share godhaa wal biraan gahaa

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address


Addis Ababa