MTM General Trading
MTM General Trading
16/02/2026
MTM General Trading namoota ogummaa fi muuxannoo qaban lama (2) hojii irratti ramaduuf barbaadaa jira.
1. Accounting & Sales (Senior) – 1 Nama
Itti-gaafatamummaa:
• VAT fi Tax report sirnaan qopheessuu fi dhiyeessuu
• Accounting system fi financial report irratti hojjechuu
• Itti-gaafatamummaa guddaa fudhachuun of danda’ee hojjechuu
Ulaagaa:
• BA Degree in Accounting/Management ykn damee wal fakkaatu
• Muuxannoo VAT & Tax report irratti (dirqama)
• Dandeetti qunnamtii gaarii
Responsibilities:
• Prepare and submit VAT & tax reports properly
• Work on accounting systems and financial reports
• Able to work independently with strong responsibility
Requirements:
• BA Degree in Accounting, Management or related field
• Mandatory experience in VAT & Tax reporting
• Good communication skill
ኃላፊነት:
• የVAT እና የታክስ ሪፖርት በትክክል ማዘጋጀት እና ማቅረብ
• በአካውንቲንግ ሲስተም እና ፋይናንስ ሪፖርት ላይ መስራት
• በራስ ችሎታ ኃላፊነት ያለው ሰው መሆን
መስፈርቶች:
• BA Degree በAccounting/Management ወይም ተዛማጅ መስክ
• በVAT እና ታክስ ሪፖርት ላይ ልምድ (ግዴታ)
• ጥሩ የመግባቢያ ችሎታ
CV keessan maraa [email protected]
Telegram: kanaan nu qunnamaa!
16/02/2026
Beeksisa Hojii / Job Vacancy / የሥራ ማስታወቂያ 🚨
Dhaabbanni MTM General Trading hojii irratti nama ogummaa fi muuxannoo qabu lama(2) barbaadaa jira.
• Accounting & sales (Senior) – 1 Nama
VAT hojachuu irraati Nama muuxannoo qabu qopheessuu fi sirnaan dhiyeessuu kan danda’u
Accounting system fi financial report irratti muuxannoo kan qabu
Responsible, hojii of danda’ee hojjechuu kan danda’u
Requirements:
~ BA Degree in Accounting/Management or related field
~ Experience in VAT & Tax report is mandatory
~ Good communication skill
• Sales – 1 Nama
Muuxannoo hojii gurgurtaa irratti kan qabu
Maamiltoota waliin hariiroo gaarii uumuu kan danda’u
Kaayyoo gurgurtaa galmaan ga’uuf cimaa kan hojjetu
Requirements:
•Experience in Sales hojii irratti
Strong communication & convincing skill
Afaan Oromoo fi Amharic danda’uun dabalataadha
Bakka Hojii: Teklmanot
CV keessan karaa [email protected]
Telegram: kanaan nu qunnamaa!
16/05/2025
MTM General Trading
Our products;
1 different types of car battery and Tyres
2,car spare parts
3,chemicals
Plus industrial inputs or raw materials such as salt and sugar
Our shops are located in
1,Teklehaymanot Merkato
2,sheger Ashewa meda
3 sheger egdu kela
For further information
+ 2 5 1 9 6 5 2 2 2 0 0 0
+ 2 5 1 9 6 4 9 9 9 9 6 6
+ 2 5 1 9 3 0 3 0 5 9 8 1
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the public figure
Website
Address
Addis Ababa