Samuu

Samuu

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Samuu, Grocers, Adama.

TikTok · @DhakaaAdii1987 06/05/2025

TikTok · @DhakaaAdii1987 105 likes, 6 comments. Check out ’s video.

Photos from Samuu's post 02/04/2025

Sonawwan itoophiyummaa Nageenya eeyyentawaaf!

14/12/2024

Mareen biyyaalessaa ajandaa guddaa dhalootni kun milkeessuu qabuufi dhaloota dhufuufis hiyyummaaf wal waraansa osoo hin taane biyya badhaadhina ijaarteefi diimokiraasii gad dhaabde dhaalchisuuf hojjechuun nurraa eegama. Kanaafis hunduu of qopheessuufi ajandaa walitti qabuu naannoo keenyatti gaggeeffamuuf hirmaannaa ho’aa ajandaa uummata Oromoo bakka bu’u dhiyeessuuf hojjetamuu qaba.
Hirmaannaafi qooda fudhannaan keenya hunda haammataa taasisuu qofa osoo hin taane duudhaafi safuu sirna Gadaa irraa horatameen hogganamuun kuufama qormaatotaa keessa jirru keessaa ba’uuf hunduu gumaacha isarraa eegamu taasisuu qaba.

07/12/2024

"Wal waraansa bu’aa hin qabneen dararaa ummata Oromoo hammeessuun sirrii miti"
Qondaala ol’aanaa WBO Sanyii Nagaasaa

Photos from Samuu's post 06/12/2024

Nageenyi oromiyaaf!!

Want your business to be the top-listed Grocery Store in Adama?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Adama