Learn Economics Issue.
build your modern economics knowledge learn about economics issue
27/01/2026
๐ถ๐๐๐๐๐๐ ๐ฑ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ฎ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐
๐๐ ?
๐จ๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ฉ๐'๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐ 224/2013 ๐ฒ๐๐๐๐๐ 13 ๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐
๐ถ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฑ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐
๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐:
1) ๐ซ๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฑ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐-๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฑ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐
๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐
๐๐๐๐
๐๐, ๐๐๐๐๐
๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐, ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐
๐
๐ ๐๐
๐
๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐
๐๐๐
๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐;
2) ๐จ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฟ๐๐๐๐๐ 1 ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐
๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐
๐๐๐๐
๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐โ๐๐:
(๐) ๐ซ๐๐๐
๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐
๐๐๐
๐๐๐ ๐๐๐๐๐โ๐, ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐
๐
๐ ๐๐
๐
๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐
๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐
๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฑ๐๐๐๐, ๐๐๐๐๐๐๐ ๐
๐๐๐๐๐๐ ๐
๐๐๐๐
๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ฌ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐.
(๐) ๐ฏ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐
๐๐๐
๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐
๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐
๐๐๐๐
๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฌ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐โ๐ ๐๐โ๐. ๐น๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐โ๐ ๐๐โ๐.
(๐) ๐ฎ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐
๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ฌ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐โ๐.
3) ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐
๐
๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐
๐๐๐
๐โ๐๐ ๐๐โ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐โ๐๐ ๐๐๐๐.
4) ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฟ๐๐๐๐๐ 1 ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐, ๐ธ๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฏ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐พ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ธ๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐ ๐ฎ๐๐๐
๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐
๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐โ๐.๐ฏ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐โ๐ ๐๐โ๐
23/01/2026
โSirna gibiraa keessatti baasii (expense) gosa lamatu jira:
โ
โ1. Deductible expense = baasii hirโifamu
โ2. Non-deductible expense = baasii hin hirโifamne
โ
โMaal jechuudha?
โ
โFakkeenyaan haa ilaallu...
โ
โDhaabbata PLC tokko haa fudhannu:
โ
โโข Waggaatti galii (revenue) qarshii 500,000 argate.
โ
โBaasiiwwan armaan gadii raawwatameera:
โ
โโข Kiraa manaa = 100,000 ETB
โโข Miindaa hojjetaa = 100,000 ETB
โโข Baasii bulchiinsaa = 50,000 ETB
โโข Adabbii tiraafikaa = 5,000 ETB
โโข Baasii dhuunfaa = 15,000 ETB
โ
โBaasii waliigalaa = 270,000 ETB
โ
โAmma gaaffii asitti:
โ1. Accounting Profit meeqa?
โ2. Taxable Income meeqa?
โ3. Tax meeqa?
โ
โ(Dura ofii yaali)
โ
โYaaltee?
โDeebii kee comment jala kaaโi.
โ
โAmma deebiisaa waliin haa ilaallu:
โ
โ1. Accounting Profit meeqa?
โ
โAccounting Profit shallaguuf galiirraa baasii hunda hir'isna. Jechuun:
โ
โ= Revenue โ Total expense
โ= 500,000 โ 270,000
โ= 230,000 ETB
โ
โ๐ Accounting Profit ykn buโaa galmee irratti argamu qarshii 230,000 ta'a jechuudha
โ
โ2. Taxable Income hoo meeqa?
โ
โAsitti wanta murteessaan tokkotu jira:
โ
โBaasiin hundi hin hirโifamu.
โ
โAdabbii tiraafikaa + baasii dhuunfaa
โ๐ Non-deductible jedhama
โ
โSababni: hojii daldalaaf hin baane
โ
โKanaaf, hin hirโisnu.
โAccounting Profit irratti deebisnee idaana:
โ
โ= 230,000 + (5,000 + 15,000)
โ= 250,000 ETB
โ
โ๐ Taxable Income qarshii 250,000 taโa jechuudha
โ
โ3. Tax hoo meeqa?
โ
โDhaabbanni PLC gibira %30 kaffala.
โ
โKanaaf:
โ
โ= 250,000 ร 30%
โ= 75,000 ETB
โ
โ๐ Gibirri kaffalamu qarshii 75,000 taโa jechuudha
25/10/2024
Unchangeble Africa Agriculture Stayle!๐คฉ
03/10/2024
03/10/2024
Faayidaa Killeen (hanqaaquu) daaโimmaniif qabu!
Hanqaaquun soorata guddaa kan qabu yoo taโu, guddinaa fi guddina daaโimmaniif faayidaa hedduu kan kennudha:
1. Madda Pirootiinii Badhaadhaa: Hanqaaquun pirootiinii qulqullina olaanaa qabu kan kennu yoo taโu, kunis guddina maashaalee, suphaa tishuu fi guddina waliigalaa daaโimmaniif barbaachisaa dha.
2. Vitaminoota fi Albuuda: Hanqaaquun vitaaminoota fi albuudota barbaachisoo taโaniin kan badhaadhe yoo taโu, isaan keessaa:
Vitamin A: Fayyaa ijaa fi hojii ittisa qaamaa ni deeggara.
Vitamin D: Guddina lafee fi xuuxamuu kaalsiyeemiitif barbaachisaa dha.
Vitamin B12: Guddina sammuu fi seelii dhiiga diimaa fayyaa ta'eef barbaachisaa dha.
Iron: Oomisha himoogilobiinii fi hirโina dhiigaa ittisuuf barbaachisaa dha.
3. Kan sukkaara hin qabnee ,dafee daaโimman quubsuu fi kan hangi gosa coomaa โcholestrolโ jedhamu isaa hedduu hin taane waan qabuuf carraa daaโimman akka furdina qaamaa hamaa hin godhannef ni fayyada
4. Kooliin: Soorata hanqaaquu keessatti argamu kun guddina sammuu fi hojii hubannoo kan deeggaru yoo taโu, keessumaa daaโimman guddachaa jiraniif faayidaa guddaa qaba.
5. Humna Guddisuu: Hanqaaquun pirootiinii fi cooma madaallii gaarii kan kennu yoo taโu, kunis guyyaa guutuu sadarkaa anniisaa tasgabbaaโaa taโe eeguuf gargaara.
6. Fayyaa Ijaa Deeggarsa: Hanqaaquun luutein fi zeaxanthin, antioxidants kan mul'ata fayya qabeessa ta'eef gumaachan of keessaa qaba.
Itti fayyadama
๐ชUmurii ji'a ja'aa eegalanii Daaโimman torbanitti killee(buphaa)tokkoo hanga guyyaa guyyaan tokko tokko( giddu galeessaan daaโimman torbanitti buphaa(killee) afur) argachuun barbaachisaa dha.
Hub. Daaโimmaniif killee(buphaa) affeelamee hin bilchaatiin kennuun gaarii miti*
Akkasumas killeen gosa nyaata amala Allarjii fiduun beekaman keessaa tokko waan ta'eef hordofuun barbaachisaadha
Is Economics Studies Human Activities In Environments ........?
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Address
Adama
03/10/2024
03/10/2024
03/10/2024