Gadaa Printer

Gadaa Printer

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Gadaa Printer, Business service, Adama.

03/02/2026

Loading…..

23/09/2018

baga ayyaana irreechatin nun gahe jechaa Namoota meshalee adda adda kan akka T-sherti, baanari, fi Alaabaa barbaadan hundaaf akkaata fedhii fi ajaja keessaniin qulqulinaa fi gatii madalawaan hojjane kan isinif dhiheesinu yoo ta'u. Namooni meshaalee kaniin argachuu barbaadan bilbilaan nu qunamu dandeessu. qaamni ammo magaalaa Adaamaa hoteela Diree Dawa fuuldurati nu argatu.
Mana Maxxansaa Gadaa.

Photos from Gadaa Printer's post 20/09/2018
20/09/2018

Simannaan goota keenyaaf taasifamu yeroo hin beekamneef dheerachuu isaati. -Dheeratuus simachuu irraa uff dubatii hin debisnuu . Obsaa Gadaa Firo Imad A Fattah Hassen

18/09/2018

. Mana maxxansaa ilmaan Oromootin Oromoo tajajiluuf magaalaa Adaamaa keessati dhaabbatedha.tajajiloota maxxansan wali qabate hunda qulqulinaa fi gatii madalawwan hojjana. Page kana" like " fi " sher " gochuun akka namni keenya waan ofiit fayyadamuu biraan nuf gahaa.

Want your business to be the top-listed Business in Adama?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Website

Address


Adama