Top Music

Top Music

Share

True Pictures

kuush Record - Apps on Google Play 01/07/2024

Kalaqa Indastirii Aartiif Dhufe

Lubbu-qabeeyyii addunyaa tanarra jiraatan keessaa, dandeettii yaaduu fi waa xiinxaluu isaatiin, qaroo fi qaroomaan dhala namaati. Horteewwan dhala namaa durii caayaa sanyii isaanii bal'ifatan keessaa hangaftichi, KUUSH. Kuush angafummaa fi qareessa ta'uun hortee ijoo gurraacha Afrikaati. Horteen Kuush qaroominaa fi ammayyummaa addunyaan har’a irra geesseef bu'ura. “Waa malee manni hin aaru” akkuma jedhamu, nutis waa malee Seenaa fi Seexaa ‘KUUSH’
Seenessuu hin feene. Maqaa qaroominaa fi angafummaa waliin ka'u Kuush jedhutu, mil'annaa fi kaayyoo hegeree maqicha gahuun, moggaasa 'Kuush Records' jedhu qabatee addunyaa morkii jaarraan teeknooloojii, odeeffannoo fi bashannanaa irra jirutti makame. Jaarraan kuni aartii fi kalaqa ofii guddifachuuf, indastirii aartii Afrikaarratti morkataa fi filatamaa ta'uuf, dhaabbata eenyummaan quuqamee, aantee ofiif dhimmamee daawwatamummaa fi diinagdeenis saba ofiif dursa kennuu barbaada. Kuush Records kalaqa jabaa qaawwa guddina indastirii aartii keenya sakaale irra aanuu dandeessisuun as baheera. Kuush Records, Ogeeyyii beekumsaa fi ogummaan sibiilomanii, muuxannoon bilchaataniin kalaqamee, guddinaa fi qaroomina Kuush haaromsuu fi itti fufsiisuuf gahuumsa horachuun, "Sicufe Maltii Miidiyaa"dhaabbata “Hawi Software Solution " waliin ta'uun rakkoo Aartii keenyaa furuuf, Appilikeeshiniin Kuush Record jedhu kalaqee, ifaajee waggoota lamaa booda milkiin gadi baheera. Nuti Gammanneerra, Isinis Baga Gammaddan!!! Milkaa'inna kalaqa kanaaf Artistonni fi qaamoonni nu cinaa turtan galata qabdu.

Appilikeeshiiniin haalli fayyadama isaa salphaa tahee fi Playstore irraa laayyootti buufachuun itti fayyadamnu kuni, Muuziqaan Oromoo gabaa Addunyaatti akka dhiyaatu gochuun ala qaawwa diinagdee abbootii kalaqaa fi aartiistotaa, aartii guddisuuf bu'aa malee ifaajaa turan ni fura. Appilikeeshinii Kuush Records namni kamuu bilbila isaarratti buufatee fayyadamuuf hin rakkatu.
Har'uma Appilikeeshinii Kuush Records playstore irraa buufannee warraqsa indastirii aartii kanatti yaa makamnu. Waahillan keenyaafis 'share' gochuun yaa beeksifannu.
Keenyumatu keenya, numatu keenyatti aanee guddifata, beeksifata, ittiinis fayyadamuu qabna. Horaa!! Bulaa!!!

kuush Record - Apps on Google Play Share kuush Record with your friends and family

Get $35 for Start | Work 15 Minutes a Day, Earn $100-$500 Daily 14/06/2024

Get $35 for Start | Work 15 Minutes a Day, Earn $100-$500 Daily In 15 minutes you can earn $100-$500 a day. Earn money by buying and selling products in the top sites and increase buying counts and earn real money.

Chaanaalii keenyaa Guddifachuuf |Grow YouTube channel | YouTube Research | 27/04/2022

Chaanaalii keenyaa Guddifachuuf |Grow YouTube channel | YouTube Research | Chaanaalii keenyaa Guddifachuuf |Grow YouTube channel | YouTube Research | : Making money online,Online making mon...

Seera Haaraa Ammuma guutamu qabu (Google Adsense new terms and conditions update 2022) 25/04/2022

Seera Haaraa Ammuma guutamu qabu (Google Adsense new terms and conditions update 2022) Seera Haaraa Ammuma guutamu qabu (Google Adsense new terms and conditions update 2022)

Habaaboo Warqineh#Awaardii Yeroo 2 Kan Fudhattee#(Maya Show On OBN) 02/04/2022

Habaaboo Warqineh#Awaardii Yeroo 2 Kan Fudhattee#(Maya Show On OBN) Warqineh Yeroo 2 Kan Fudhattee #(Maya Show On OBN)Maya Show Yeroo Hunda Sambata Duraa Sa'aati 10:30 Nu Egga...

Billisummaa Raggaasaa MADAA New Oromo Music 2022. Official Video #SofumerTube #Neworomomusic 04/02/2022

Billisummaa Raggaasaa MADAA New Oromo Music 2022. Official Video #SofumerTube #Neworomomusic Numuu harka ofiin Waan facaasee haammataa Dhuftuu abbat ilaallaataa....

Portugal Bridge | Oromiyaa Salaalee | New Video 2022 28/01/2022

Portugal Bridge | Oromiyaa Salaalee | New Video 2022 Portugal Bridge | Oromiyaa Salaalee | New Video 2022

Ibiddo Galaan 'DARROO' New Reaction Video 2022 (Official Video) 16/01/2022

Ibiddo Galaan 'DARROO' New Reaction Video 2022 (Official Video) Ibiddo Galaan 'DARROO' New Ethiopian Oromo Music Reaction Video 2022 (Official Video) : Amharic music 2021,africa music,...

Want your business to be the top-listed Computer & Electronics Service in Adama?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address


Adama
1000