AT Page
Dhugaa saba koo atinaaf baasi rabbii koo
11/05/2026
Makkah view 🕋
A Rare Astronomical Event
Tomorrow (Friday) at 6:09 AM, Jupiter will align directly above the Holy Kaaba and you can see it with the naked eye.
Atinaaf Turii AT Ittifufaa Baalee
Rotana Restaurant
rotana restaurant adama Ganda 11
04/02/2026
Gaafa Dr. Kabajaa Artiistii Alii Birraan dhukkubsaatan ture.
Dr. Alii Birraa Rabbiin haa araaramuuf!!
Miirakee dhoksii sababni isaa
Eenyufuu dhimma isaa miti.
Dhiirti qaldh'oo hin qabdu
Dubartin ammo guddoo hin qabdu jechun dhugaadha!!
Waan boossee deebisuu hin dandeenye kolfii geggeessi !!
Guyyaa mindan siif kename foon lukkuu nyaata
Guyyaa mindaan hirdhate hanqaaqu lukkuu nyaata
Gaafa mindaan kee dhumara geessee nyaata lukkuu Kan ta'ee boqqoolo nyaata
Gaafa sunumtu dhumte akkuma lukkuu oliif gaddi deemte waan argate funaante nyaata!!
Osoo hin rakkatiin nan milka'aa jechuun osoo hin rafin abjuu argudha.
14/01/2026
AT kairra hin buune xuriin yefalagal babaatirii
Jimaa qama'ee hin beekku garu namni qama'u natti tolla
Dhiifama suurama waliin ka'uufi qamaa'te nan hin jedhina!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the public figure
Website
Address
Adama
1000