Dadar Entertainment
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dadar Entertainment, Advertising/Marketing, Cairo.
29/03/2025
https://youtu.be/gTqB5NRom-s?si=qzI4ycxgs8Z_TVxb
= Dr Aslin Arafat fi Fatashow Walittii Ararse Jiraa, Subscribe Like π Godhaa
26/04/2023
ππPart 1 Redi fi Ummu Fera'ol Walittii Deebi'uufi Hamma dhumattii Dawwadha. Like godhaa
24/04/2023
=Fatiyaan Abdi Muktar Herumufii iccitii ofiif baafte jirtii. subscribe Like Sheer Godhaa.
24/04/2023
=Redi Adam Wahee Dhimmaa Maati Isaa maal Jadhaa, Namoonnii Bultii nama keeysa seentan Kuno . .
24/01/2023
Oborraa Dadar
20/10/2021
#New Oromo Music 2021 WBO Jechuun Numaa Michuu Seenaa# Akkuman waadaa Isiniif galetti Sirba kiyya WBO Jechuun Numaa Jedhu guutuusaa jabaa isiniin jedheen jira. gochuun haamilee naaf ta'aa...
12/09/2021
#Yosen Getahun-3Obsa New Ethiopian Oromo music (2021Offial Video) Reaction. Please Subscribers Godha
12/09/2021
Woooow Haalan Namattii Tola Dawadhaa
https://youtu.be/SbMVMHkGYWY
#Yosen Getahun-3Obsa New Ethiopian Oromo music (2021Offial Video) Reaction. Please Subscribers Godha
07/09/2021
Chala Abdiitiin "SAGLEE SAGLANII"
*
*
Seenaa Uummata Oromoo Godina lluu Abbaa Boor
****
Oromoon Godina lluu Abbaa Boor Oromoo Maccaati. Maccaan balbala shan qaba. lsaanis:- Oobo, Liiban, Guduruu, Calliyaa fi Limmuudha. Oobo'n immoo ilmaan sadii qaba. lsaanis:- Tummee, Sayyoo fi Leeqaadha.
Tummeen ammo ilmaan afur dhalche. Isaan kunis:- Noonnoo, Siibuu, Daaphoo fi Buunnoodha. Latiinsa hidda ykn qomoo Maccaa kan ta'e Noonnoon gara godina Iluu Abbaa Boor dhufe.
Noonnoon haadha warraa shan qaba. lsaanis:- Haadha Hurrumuu, Haadha Adallee, Haadha Haleeluu, Biloo fi Haadha Abbayyiti.
*
lluu Abbaa Boor keessatti iddoowwan wiirtuu bulchiinsa sirna Gadaa kan ta'an kan akka Odaa Koodoo, Odaa Doggii fi Odaa Maaruu turan. Akka ragaan maanguddootaa fi kitaabolee tokko tokko irraa arganne ibsutti sababa fageenya giddu gala Gadaa Maccaa kan ta'e Odaa Bisil irraa kan ka'e Oromoon Iluu Wiirtuu ofi isaanii Odaa Doggiitti hundeeffataniiru. Iluun gosa Oromoo hedduu kan of keessaa qabuu fi mootummaa isaa warra Hadheessoo jalatti ijaarratee ittin bulaa ture. Iluun of gurmeessuun
babal'atee seera tumatee Caffee Dooggii irratti wal ga'aa turan. Achittis "Salgee Salganii" mataa Afurtamii shan jedhamuun beekamu. Mataa Afurtamii shanaan kunis bakka bu'oota gosaa fi balbalaati (akka ammaa kanatti mana Maree Federeshinii jedhamuun walfakkaachuu deema).
lsaan afurtamii shanan kunis :-
1. Iluu'n - 9 (Qoroo Sagal)
2. Noonnoo'n - 6 (Qoroo Ja'a).
3. Cooraa'n - 8 (Qoroo Saddeet)
4. Suphee'n - 2 (Qoroo Nagawoo) Booroo
5. Doorannii'n -2 (Qoroo Agamsoo Odaatti)
6. Mattuu Afur - 4 (Qoroo Dagaa Mattuutti)
7. Hurrumuu - 5 (Qoroo lgguutti-Korbeessoo Xiixaa.)
8. Buunnoo - 7 (Qoroo Meexxii Shangootti)
9. Buree - 2 (Qoroo warra Agamsoo - Qambuutti)
Walii gala bakka bu'oota Qoroo 45 (Afurtamii shan) caffee Iluu Odaa Dooggiitti argamutti seera akka tumaa turanii fi yeroo booda tumaa kana cabsuun abbootiin duulaa akka aangoorratti hafanii fi mootummaa lluu akka ijaaran ragaan maanguddoota irra argame ni ibsa.
*
Caaseffamni salgee salganii kanaa olitti ibsame kun bakka bu'oota Qorootiin yoo ta'u, Qomoowwan Yaa'ii saglan lluu immoo haala kanaa gadiin tarreeffameera.
Qomoowwan Yaa'ii Saglan lluu:
1) - sagal
1.1. Hadheessoo
1.2. Bachoo
1.3. Birbirsoo
1.4. Sapheeraa
1.5. Lagoo
1.6. Igguu
1.7. Adaamii
1.8. Badii
1.9. Baabbuu
2) - Saddeet
2.1. Xurii Jiddaa
2.2. Husee Waaccuu
2.3. Daallamee
2.4. Daallee
2.5. Aanaa
2.6. Wannii
2.7. Mutuluu
2.8. Aallee
3) - sadii
3.1. Igguu
3.2. Idooroo
3.3. Jirruu
4) -afur
4.1. Dagaa
4.2. Boorana
4.3. Leeqaa
4.4. Dangaijii
5) - torba
5.1. Diimaa
5.2. Haruu
5.3. Aabbuu
5.4. Dikkoo
5.5. Tirsuu
5.6. Amuumaa
5.7. Imbiroo ( Imbeeruu)
6) - ja'a
6.1. Hagaloo
6.2. Haleeluu.
6.3. Biloo.
6.4. Adallee
6.5. Algaa.
6.6. Daawwisoo
7) - sadii
7.1. Ajiilaa
7.2. Barii
7.3. Hooliyyuu
8) - lama
8.1. Waayyuu.
8.2. Biroo
9) - tokko
9.1. Warra Qoraatti
*
Sagliin walqabatee akka dubbisaaf tolutti gabaabsinee haala kanaan haa qaaccesinus malee wantoota bay'ee kaasuun ni danda'ama ture; har'aaf garuu asumaratti goolabna.Dabales haala sirbaaf ta'uttii kan keessaa fudhatamedha.Aada kana sirba tokko irratti ibsanii xumurun hin danda'amuu garuu sirba wellisa Leencoo Gammachu irratti hanga tokko muldhisuuf yaalamera.
*
Ulfaadhaa!!!
https://youtu.be/jBb_l4stfdw
04/09/2021
=Galatooma Warrii Subscriber Nuuf gootan. Yeroo dhiyootti Hojii Gaarii qabannee dhufa jirraa. Warrii subscribe hin godhiin subscribe nuuf godhaa galatooma. https://youtu.be/3-94auBcgiI
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Address
Cairo