3B Multimedia
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from 3B Multimedia, Actor, Cairo.
Jirtuu Ijolleen Jummaa🤣🤣🤣
03/10/2025
=Oduu Ammaa Nuu Gahee OCt 3 2025, Subscribe like Sheer Godhaa, Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.
=Isin Waamti Harmeen
Yaa Ilman Koo Naa Dhaqqaaba
Isiin Jattii Harmeen,
01/05/2025
Trump guyyaa 100 guutuu isaa sababeeffachuun haasawa taasiseen..
“Chaayinaan carraa hojii hedduu nu jalaa hatte. Ol’aantummaan Chaayinaa akka hin dhugoomneef halkan hirriba maleen bulaa jira.”
29/04/2025
AMMEE
waraanni Raashiyaa buufata xiyyaaraa Burkina Faso to'achuun ibsame.
Raashiyaan loltoota addatti leenjifte dhibbaan lakkaawaman pirzdaantii Burkina Faso akka eeganiif gara Burkina Faso'tti erguu miidiyaan biyyaaleessaaa gabaase.
Kuniis Yaaliin ajjeechaa pird Ibrahim Traiore irratti deddeebiin mudachuu hordofeeti.
29/04/2025
=Qorannoon akka ibsutti, haadha manaa kee yookiin abbaa manaa kee fuulduratti Dhuufu Dhuufuun, jaalalli keeysa Akkaa cimaa Godhaa Jedhu, akkasumas yeroo dheeraaf Waliin Turuu danda’u Jedha,
Jechuun ofitti amanamummaa hangam akka qabdu agarsiisa 😂
Maal yaadda? 🙊🙉
= Tunii Ammoo Abbaa Warraa 3 Qabdii,😅
06/04/2025
=Israa'el Kibba Gaazatti torbee darbe ogeeyyii fayyaa 15 ajjeesuu amante.
Harar Kabajaa Eid Shawala,
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Culinary Team
Attire
Telephone
Website
Address
Cairo
14/10/2025