Walabu Media
Seenaa, saayinsii fi siyaasa irratti xiyyeeffanna. Kaayyoon: Hubannoo gabbisuu, beekumsa dimokraatessuudha! Walabu: Knowledge Hub!! Focus on Oromia/Ethiopia.
Kaayyoon: hubannoo gabbisuu fi beekumsa dimokraatessuudha. Nu hordofaa.
Ameerikaan Iraaniin weeraruuf deemtii?
--------
Ameerikaa fi Israa'el Iraan irratti waraana erga labsanii, Jiddugala Bahaa dirree hookaraa erga taasisanii baatiin 2 darbe. Garuu ammas Ameerikaan waraana hin moo'anne. Iraanis harka hin kennanne. Waraanni misaaelaa fi jeettii, qabeenyaa fi lubbuu barbadeessuu malee, mootummaa Iraan aangoo irraa buqqisuu hin dandeenne. Amma Ameerikaan, akka xiinxallitoonni siyaasaa jedhanitti, waan lama keessaa tokko filachuu qabdi: harka kennachuu ykn Iraaniin guututti weeraruu? Viidiyoon kun carraa Ameerikaan Iraaniin guututti weeraruuf qabdu irratti xiinxalla gadifageenyaa dhiyeessaa itti dhiyaadhaa.
Ameerikaa Maaltu Hundaan Walitti Isii Buusa? Xiinxalla gadifageenyaa
------------------
Ameerikaan taariifa biyyoota addunyaa hunda irratti gatti. Biyyoota heddu qoqqobbbii diinagdeen rakkifti, waraanaanis burkuteessiti. Garuu maaltu Ameerikaa akkas maraacha, tasgabbii isii dhabsiisa? Maaltu hunda akka ciniintu, maraan akka walitti buutuuf isii dirqisiisa? Viidiyoon kun gaafilee kanaaf deebii qabaa hordofaa.
Iraan maaliif Araboota irratti xiyyeeffatte? Xiinxalla gadifageenyaa!!
Waraanni Ameerikaa fi Israa'el Iraan irratti labsan baatii tokko guute. Garuu yeroo kanatti halleellaan Iraan biyyoota Arabaa irratti geggeessite ulfaataa ture. Iraan maaliif biyyoota Arabaa irratti xiyyeeffatte? Viidiyoon kun gaafii kanaaf deebii gadi fageenyaa qaba. Rakkoo Arabootaa fi Iraan isa seenaa, siyaasaa fi amantaa irratti ibsa baldhaa qabaa hordofaa.
https://youtu.be/mcYrWSrPb0Y
11/10/2025
Hawwii fi eebjuu Awurooppaa fi Ameerikatti barachuu qabduu? Iskoolarshiippii (Scholarship) argachuu feetuu?
Viidiyoo kana keessatti, muuxxaannoo kootii fi haala qabatamaa irra dhaabachuudhaan gorsa laataa hordofaa. Gaafii fi yaada qabaannaan comment section keessa kaayaa. Galatoomaa!
KAAYYOON: hubannoo gabbisuu, beekumsa dimokraatessuudha!!
Like, Share, Subscribe godhaa.
https://www.youtube.com/c/WalabuMedia
https://www.walabumedia.com/
https://www.tiktok.com/
#ስኮላርሺፕ
https://youtu.be/RhPhefHhVJ0
Iskoolarshiippii (Scholarship) Argachuuf Wantoota Murteessoo Ta'an. #Iskoolarshiippii #ስኮላርሺፕ Haawwii fi eebjuu Awurooppaa fi Ameerikatti barachuu qabduu? Iskoolarshiippii (Scholarship) argachuu feetuu? Iskoolarshiippitu gara Awurooppaa na ceesise. Mu...
16/09/2025
Waldhabdee Ortodoksii fi Kaatolikii: Qoqqoodamiinsa Kiristaanaa Guddicha Bara 1054.
https://youtu.be/GJ3O8Zoi24w
Hordoftoonni amantaa Kiristaa hundi Iayyasuus akka Waaqa ta’etti hubatu. Ammas ilma Waaqaa akka ta’etti fudhatu. Fannoos qabatu. Egaa maaltu bakka heddutti isaan baqaqse? Sababa maaltu akka qoqqoodamaniif isaan dirqisiise? Viidiyoon kun deebii qaba.
KAAYYOON: hubannoo gabbisuu, beekumsa dimokraatessuudha!!
https://www.youtube.com/c/WalabuMedia
https://www.walabumedia.com/
https://www.tiktok.com/
Like, Share, Subscribe godhaa.
Yaada keessanis nuuf laataa. Galatoomaa!
#ኦርቶዶክስእናካቶሊክ #ኦርቶዶክስ #ካቶሊክ
Waldhabdee Ortodoksii fi Kaatolikii: Qoqqoodamiinsa Kiristaanaa Bara 1054 Ortodoksii fi Kaatolikii: Qoqqoodamiinsa Kiristaanaa Guddicha Bara 1054.Hordoftoonni amantaa Kiristaa hundi Iayyasuus akka waaqa ta’etti hubatu. Ammas ilma w...
15/09/2025
Congratulations, Khalid Bashiir!!
Bara barattoonni heddu qormaata darbuu dadhabanitti, muraasni isaanii garuu seenaa guddaa hojjataa jiran.
Milkiin kun afis waan guddaadha. Baga gammaddan!
Sunnii fi Shi'aa: Tokkummaa fi addaaddummaa garee lamaanii (Kutaa 2ffaa).
https://youtu.be/jlKfyKU8eJs
Islaama maaltu Sunnii fi Shi’atti gargarbaase? Maaltu ummaa Muslimaa addaan fageesse? Sababa maaltu masjiida kophatti akka ijaarataniif isaan dirqisiise?
Viidiyoon kutaa 2ffaa kun waa'ee Sunnii fi Shi'aa irratti odeeffannoo barsiisaa ta'e qabaa hordofaa.
Kaayyoon: hubannoo gabbisuu, beekumsa dimokraatessuudha!!
https://www.youtube.com/c/WalabuMedia
https://www.walabumedia.com/
https://www.tiktok.com/
Like, Share, Subscribe godhaa.
Yaada keessanis nuuf laataa. Galatoomaa!
'aa #ሱኒእናሺዓ #የኢስላምታሪክ
01/09/2025
Sunnii fi Shi'aa: Tokkummaa fi addaaddummaa garee lamaanii (Kutaa 2ffaa).
https://youtu.be/jlKfyKU8eJs
Islaama maaltu Sunnii fi Shi’atti gargarbaase? Maaltu ummaa Muslimaa addaan fageesse? Sababa maaltu masjiida kophatti akka ijaarataniif isaan dirqisiise?
Viidiyoon kutaa 2ffaa kun waa'ee Sunnii fi Shi'aa irratti odeeffannoo barsiisaa ta'e qabaa hordofaa.
Kaayyoon: hubannoo gabbisuu, beekumsa dimokraatessuudha!!
https://www.youtube.com/c/WalabuMedia
https://www.walabumedia.com/
https://www.tiktok.com/
Like, Share, Subscribe godhaa.
Yaada keessanis nuuf laataa. Galatoomaa!
'aa #ሱኒእናሺዓ #የኢስላምታሪክ
Sunnii fi Shi'aa: Tokkummaa fi addaaddummaa (Kutaa 2ffaa) Sunnii fi Shi'aa: Tokkummaa fi garaagarummaa garee Islaamaa lamaanii.Islaama maaltu Sunnii fi Shi’aatti gargarbaase? Maaltu ummaa Muslimaa addaan fageesse? S...
Sunnii fi Shi'aa: Tokkummaa fi addaaddummaa.
Islaama maaltu Sunnii fi Shi’aatti gargarbaase? Maaltu ummaa Muslimaa addaan fageesse? Sababa maaltu masjiida kophatti akka ijaarataniif isaan dirqisiise?
Viidiyoon kun waa'ee Sunnii fi Shi'aa irratti odeeffannoo barsiisaa ta'e qabaa hordofaa. Kaayyoon: hubannoo gabbisuu, beekumsa dimokraatessuudha!!
https://www.youtube.com/c/WalabuMedia
https://www.walabumedia.com/
https://www.tiktok.com/
Like, Share, Subscribe godhaa.
Yaada keessanis nuuf laataa. Galatoomaa!
22/08/2025
Sunnii fi Shi'aa: Garee Islaamaa lamaan.
Islaama maaltu Sunnii fi Shi’aatti gargarbaase? Maaltu ummaa Muslimaa addaan fageesse? Sababa maaltu masjiida kophatti akka ijaarataniif isaan dirqisiise?
Viidiyoon kun waa'ee Sunnii fi Shi'aa irratti odeeffannoo barsiisaa ta'e qabaa hordofaa. Kaayyoon: hubannoo gabbisuu, beekumsa dimokraatessuudha!!
https://tinyurl.com/33kjsbre
https://www.youtube.com/c/WalabuMedia
https://www.walabumedia.com/
https://www.tiktok.com/
Like, Share, Subscribe godhaa.
Yaada keessanis nuuf laataa. Galatoomaa!
'aa
Sunnii fi Shi'aa: Garee Islaamaa lamaan Garee Islaamaa lama: Sunnii fi Shi'aa.Islaama maaltu Sunnii fi Shi’aatti gargarbaase? Maaltu ummaa Muslimaa addaan fageesse? Sababa maaltu masjiida kophatti ...