Irbuu Entertainment
Welcome to Irbuu Entertainment
01/01/2024
Oromookoo lafa jirtaan hundaatti Baga Geessanโ.
1,6417 ALO .(01/01/2023 ALA)
Uummatni Kuush Hundii Baga bara haaraan isin gahe.
kun Bara Waan Oromoo Oromoof deebi'uu nuuf haa taasisuu Waaqni.
Bara waan yaaddan itti milkooftan isinif haa taasisuu.
Bara rakkoo Ulfaataa kana keessaa baanu waaqni nuf haa taasisuu.
haaraan kun Oromoof;
-Jijjirraa Dhahaa isaati.
-Guyyaa Seenaa Qabeessaa ijaarama Waraanaa Bilisummaa Oromooti.
-Guyyaa Kabajaa Ayyaanaa Biirbooti.
keessaa tokko ragaan Dhahaa isaati.
Biyyi kun osoo Uummatni Seem-Eeshiyaa irraa as hin dhufiin Itiyoophiyaan Dhaha mataa ishee fayyadama akka turtee Seenaan ni hima. Itiyoophiyaa kana eenyuu akka ijaare fi eenyuu akka as goodanee ragaan ni hima.
Itiyoophiyaan Dhahaa mataa ishee hin qabdu kan Warra fayyadamti. Uummatni Afran Dhahaa Uumudhaan Addunyaa kanarratti sanyii namaatiif kennaa guddaa kennan jedhaman keessaa Uummatni isaa tokkoodha.Isaan kaan , fi .Uummatni Addunyaa kan biroo isuma uummatni afran kuni haalan akka isaa ta'uutti walkeessa makee itti fayyadamaa, Abbaa itti ta'e malee akka uummataa Oromootti hin kalaqne. Uummatni Dhahaa mataa Ofii qaban, 1.
2.
3. fi
4. .
Hayyichii akkaataa, Dhalootaa,Aadaa, guddina, Amantii fi Sanyii nama (Antheropologist) waa'ee dhahaa Oromoo akkas jedha Dhahaan Oromoo (Aduu), fi (Baatii) irratti xiyyeeffata.
The Oromo Caledar is a great Invention and it is the source of Gadaa process. They schedule their lives, their rituals, their Ceremonies, their polotical and Economic activities to avery high degree jedhu Pirof. Asmaroom Laggasaa.
Dhahaan Oromoo dandeettii akkataa teessuma (taa'umsa) fi Astroonoomii hubachuu irra madde.
Maddi:- Kitaabaa Ilaalcha Oromoo fi Gadaa.
Akkasumas:Tg
Lafa jirtaniitti Hiriyootakoo Maraan Baga Bara Haaraa 2024 fi Amajji Tokkon isin gahen jedha.๐๐๐
12/19/2023
Miseensa Hawwisoo W3O Zoonii Lixaa Kan Ta'e Ammas Wallee ๐ญ๐ฐ๐ต๐ญ๐ฐ๐ต๐ต๐ฌ๐น๐น๐จ๐ป๐ป๐ฐ Jedhu Qabatee Dhufeera.
Coming Soon!
12/04/2023
Welcome Leencoo Gammachuu
Walaabuu
New Music Video
Baga Ayyaana Irreechaa Odaa Bulluqiin isin Gahe.
Eeggadhaa.
coming soon!
10/03/2023
Eebbisaa Dirribaa
New Music Video On Irbuu Entertainment Tube
10/01/2023
Dinkisa Debala
RAAJII 7
07/26/2023
Maarree๐ผ
New music Video๐ง
Coming Soon!๐ต
07/22/2023
Yeroo dhihootti.
Irbuu Entertainment tube Gubbaatti.
Like share subscribe Our channel.
04/08/2023
โ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธ
Akeekkachiisa Gama You tuben Dhaabbata Keenyaaf kenname๐ซ
Akkam Jirtu Hordoftootaaf Jallattoota Artii Hundumti keessan? Dhaabbatni ๐๐ซ๐๐ฎ๐ฎ ๐๐ง๐ญ๐๐ซ๐ญ๐๐ข๐ง๐ฆ๐๐ง๐ญ ๐๐ฎ๐๐ Yeroo dheeraaf Sirboota Aadaaf safuu Akkasumas Warraaqsaa Garaa garaa akka isin biraan gahaa ture nii yaadattu. Haa ta,u malee sababoota garaa garaan Akka Eegaa turtaniin isin bira gahuu hin dandeenye. Yeroo Tokko tokko Haalonni Itti Sirboonni dhiyaatan illee community standard waan nu gaafachiisuus Adabbiirra akka turre Gamanumaan isin beeksisuu yaalla. Ammas Sirba Dhiheenya Gadi lakkisne tokko gubbaatti Waan nu Qabeef Adabbii Guyyoota Sagaltamaa (90Day) Waan nu adabeef Sirboota Dhiheenya Isin beeksisaa turre Akka ammaaf gadi lakkisuu hin dandeenye Cimsinee isin beeksifna. Kanaaf sababni akka ta,u kan godhe, Dhiyeessii dhaabbata keenyaa ta,uu hubannee, Kanaan booda sirboota gara you tube kanaan bahan Seeraan gulaaluun kufinsa ykn Seera you tuben baase hin madaalu taanaan akka dhiyeessuu hin dandeenye Isin beeksisuu barbaanna. Ammas Weellistootni Keenya Yeroo Clip keessan gara keenyatti Fidattan, Seerota You tuben Baase Akka eegeef Qulqullina Akka Qabaatu dursitanii beekuun dirqama keessan ta,a. Yaadota Amma Ka,an kana hin Eegganne taanaan Homaa Waanti Gama You tube kanaan isiniif Gadi Lakkisamu hin jiraatu.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the establishment
Telephone
Website
Address
Silver Spring, MD
20906