Oro. page
Jeneral
11/05/2026
🫰🥰💋
Eega olbaatemo duran malif hinja, in akkana 😂 Oro. page
02/05/2026
🔴 Ilhaan Omar isheen dhalootaan Somaalee taate, erga weerarri arrabaa kaleessa irratti raawwatamee booda, Tiraampiif deebii laatte, kabajaa isaas lafatti dabalte.
🔴 Uummanni Somaalee kan ati afaan kee xuraawaan maqaa isaanii dhoofte uummata kabajamaadha; akka isin Veenezuwellaatti gootaniifi Iraanitti gochuuf yaaltan sanatti boba'aa, zeeyita yookaan warqee eenyuuyyuu hin saaman.
🔴 Waa’ee obboleessa kootiif, kolfa kophee isaatuu siifi maatii kee mara caalaa kabajamaadha. Nuyi sababa Muslima taaneef wal hin fuunu; akka Ameerikaanotaa miti, isin biratti ilmi haadha isaa fuudha, abbaanis intala isaa fuudha, akkasumas hawaasa keessan kan jibbisiisaa ta’e keessatti ijoolleen abbootii isaanii hin beekan.
🔴 Ati sammuun kee kan hir’ateedha, dulloomtee jirta, dhukkuba irraanfannaatiinis (Alzheimer's) qabamteetta; biyya Ameerikaa malee pirezidaantii biyya kamiiyyuu ta’uuf hin maltu. Ameerikaan ammoo namoota akka kee gadhee fi jireenya dhabeeyyiin boonti.
Hacee biyyen sitti hasalphatu. Mîsbã Pegi
คลิกที่นี่เพื่อเป็นสมาชิก?
เว็บไซต์
ที่อยู่
Mae Mo
P