Iran Military
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Iran Military, Grocers, Tehran.
22/06/2025
🔴
Iraan haleellaa Ameerikaatiif deebii kenniteen Aduunyaa irratti lola bante
Iraan ulaa Hormuz cufuuf murteessuu TV'n biyyattii gabaaseera.
Daldallii Idil-addunyaa 20% bakka kanaan dabara.
Koridarii kana cufuun Iraaniif murtoo of ajj*eesuuti jedhameet yaadama ture.
Sababni isaas addunyaa zayita 40%tti siqu dhabuuf dirqamti. Kana jechuun gama biraatiin gatii hanga gatii barmeelii tokko $150 ol guddisa jechuudha. Ulaan kun cufamuun kallattiidhaan Ameerikaafi warreen dhihaa kokkee qabuudha.
Iraan ejjannoo kana fudhachuun kutannoo isii hanga dhumaatti qabdu mul'isa.
Qaala’iinsi guddaa adduunyaa gaaga'u haga hin qabu. Adeemsi kun tarkaanfii waraanaa Aarabaafi Israel 1967 sanaan walfakkaata.
Bal'inaa waa'ee kanaa yoo Rabbi naaf laaffise ittin deebi'a.
Click here to claim your Sponsored Listing.