Caayaa
Eeruu kennuuf: https://youtube.com/shorts/9wdayOVDKlQ?si=JPYAdzowFNxlsUQU
Isa:- Maal filattaa?
Ana:- Goofaree koo.
Isin hoo?
Happy follow-versary to my awesome followers. Thanks for all your support! Diidaa Konso, Dachas Abbaa Usma'il, Dûbãā Jãldèssãâ Háläkē, Habib Ibrahim Burayu, Mathi Smart, Ibrahim Daadii
Big shout out to my newest top fans! Barii Net, Guyo Kana Wako, Arabuu Gammachuu, Ginbaru Teka, Demeke Legese, Mohmmed Edris, Ramadan Adam, Kadir Ahmed, Adem Gemechu Gemechu, Tigistu Shifera, Obsinan Aliyyi, Tolasa Abdi Abdisa, Warso Tella, Obsaa Abdii, Abdi Workineh Daba, Abdii Tokkicha Illii, Dida Halake Huka, Jemal Wako, Kedir Muktar, Guled Jemal, Adinan Abdii, Nagayoo Biiftuu, Anisiif Kasim
26/05/2026
Ummatni Musiliimaa hunduu baga ayyaana Al Adahaa nagaan geessan.
Warra baranaa kan bara egerees isin yaa taasisu!
Eid Mubarek!
እድ ሙባረክ!
ተፈጰሜ
ARSENAL MAAL NYAATE JETTENII?
😂
24/05/2026
Manni Maree Hojii Raawwachiiftuu Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Tigraay konkolaattota elektirikii geejjiba ummataa fi hojjattoota mootummaa tajaajila geejjibaa karaa intarpiraayizii giddu galeessa ta’een akka argataniif murteesse.
Manni Maree Hojii Raawwachiiftuu B/C/M/T kaleessa uggura boba'aa mootummaan Itiyoophiyaa Tigraay irratti kaa'e hordofuun rakkoo geejjiba uummataa keessatti mul'atu salphisuuf furmaata kaa'amuu qabu irratti mari'atee qajeelfama bal'aa kamiyyuu qopheessuuf murteessee jira jechuudhaan Biiroon bulchiinsa Naannoo Tigraay gabaase.
Kana malees, hojjattoota mootummaa gara bakka hojii isaanii fi deebi'uuf tajaajila geejjibaa akka kennamu murtaa'eera.
Tigrai office president:
22/05/2026
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Asella
1122