TARE PICTURES

TARE PICTURES

Share

Capturing a good for goods! Kola kitaabaafi loogoo xixiqqaa ni hojjenna!

31/12/2023

k

Photos from TARE PICTURES's post 12/01/2022

TARE PICTURES





etc

Photos from TARE PICTURES's post 27/12/2021

Haha guyyaa addaafi kabajamaa kanaan geessan!

TARE PICTURES

23/12/2021
25/07/2021

Coming soon...
Join our Telegram Channel http://t.me/TareGraphics

TARE PICTURES 25/07/2021

https://t.me/TareGraphics/18

TARE PICTURES Coming soon... HIIXANNAAKOO - Faar Obsaa Soorii HARMONY STUDIO-tiin qophaa'ee yeroo dhiyootti gadhiifama. Graphics Design by Advertising by

TARE PICTURES - YouTube 19/05/2021

https://youtube.com/channel/UCZ3OcYEXu8_9CZx_VXcjEZg

TARE PICTURES - YouTube TARE PICTURES hojiilee Og-barruu Oromoo keessatti saxaxa kitaabotaa hojjechaa jira. Kana malees bifa suur-sagaleetiin hojii boonsaa qabadheen dhufaa jira. Ka...

16/01/2021

Gumaacha Og-barruu

DARGAGGOOTA NANA! Designer TARE PICTURES

Yeroo dhiyootti...
Akkuma armaan olitti ibsuuf yaaletti kitaabni 'DARGAGGOOTA NANA' jedhu, dhaloota barsiisuufi dargaggoota karaa gaarii akeeku, Dargaggoo Bayanane Hirko tiin barreeffamee dubbistoota harka gahuuf jedha. Yeroo dhiyootti isin harka waan gahuuf mee hamman qophiidha isin? Waa maraafuu, akkuma gabaarra ooleen isin beeksifna.

Fayyaa Ta'aa!
Og-barruun Oromoo Haadagaagu!

07/01/2021

Coming soon...
Author: Singer Bojor Olii

Join us on Telegram t.me/MichuuAdvert

Want your business to be the top-listed Photography Service in Shambu?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Address

Horroo Bulluq
Shambu
04