Yoom Gamteessaa
fuulli fb kun kan dhuunfaa kiyyaa waan ta'eef ilaalcha dhuunfaa kiyyaa osoon hin daangeffamin ibsadh
03/10/2025
Faaya misoomaa Bishooftuu
Baga ayyaana Irreechaa 2018 nagaan geessan !
27/08/2025
TikTok · Girma M Gamtessa Check out Girma M Gamtessa’s video.
26/07/2024
Gandi Caffee Donsaa Badhaasa Presidential Award bara 2016 abbaa Geebaa tahee jira.
🥇🥇🥇🥇🥇🥇🥇🥇🥇🥇🥇
Bulchiinsa Magaalaa Roobee, Kutaa Magaalaa Adooshee Walasheetti Gandi Caffee Donsaa raawwii hojii karoora xiiqii bara 2016 qabxii Daran olaanaa/97.56/ galmeesseen badhaasa presidential award sadarkaa Oromiyaatti guyyaa har'aa gaggeefame irratti mootora tokkoo fi certificate beekamtii presidentii keenya obbo Shiimallis Abdiisaa irraa badhaafamee jira.
Baga Gammaddan!
🥇🥇🥇🥇🥇🥇🥇🥇
07/05/2024
Magaalaa Roobee!
Magaalaa jaalalaa🥰
#ከተማ
02/03/2024
Bulchiinsa Magaalaa Roobee Kutaa Magaalaa Adooshee Walasheetti Marii Daldaaltota waliin adeemsifamee jira.
➖➖➖➖➖➖➖➖
Bul/Magaalaa Roobee Kutaa Magaalaa Adooshee Walasheetti hirmaannaa daldaaltota irraa eegamu ilaalchisuun marii bilchaataan guyyaa har'aa gaggeeffamee jira.
Ajandaan marichaas;
➧Gumaata Buusaa Gonofaa gahee isaanii bahuu akka qaban
➧Daldaala Seeraan Alaa to'achuu keessatti hirmaannaa hirmaannaa isaanii akka bahan
➧Qaala'iinsa jireenyaa tasgabbeessuu fi bittaa fi gurgurtaa meeshaalee nagahee qofaan akka geeggefamu
➧Haala Nageenya magaalaa fi naannoo isaanii eeguu keessatti daldaalaan abbummaan hirmaachuun gahee irraa eeggamu akka bahu mariin bilchaatan geeggefamee jira.
Marii geeggefame kanaanis gahee daldaalaa irraa gama hundaan eegamu bahuu akka qabanii fi dirqama isaanii tahuu irratti walii galuun gahee irraa eeggamu bahuu akka qaban waliigaluun danda'amee jira.
16/02/2024
Ardaa Jilaa Me’ee Bokkoo!
Sirni walharkaa fuudhiinsa Baallii Gadaa Oromoo Gujiii iddoo Seena qabeessa Ardaa Jilaa Me'ee Bokkoo tti gaggeeffama. Ardaa Jilaa Me'ee Bokkootti kanattis walharkaa fuudhiinsa Baallii Gadaa dabalatee lallabbiin seeraa sirna ittiin bulmaata Oromoo Gujii ni raawwatama.
Seerri tumamuu fi lallabamus seera ilma namaa qofa osoo hin taane seera lafaa fi samii, seera biqilootaa fi bishaanii, seera bineensotaa fi loonii dabalatee seera uumaa fi uumama gidduu jiru dabalata.
Click here to claim your Sponsored Listing.