Leka Electronics

Leka Electronics

Share

Baga Elektrooniksii Leeqaatti nagaan dhuftan. Meeshaalee Elektrooniksii oriijinaala nu biraa argattu!

24/08/2023

Baga nagaan gara Leeqaa Elektirooniksiitti dhuftan! Meeshaalee Electirooniksii qulqullina qaban kanneen akka bilbiloota smart, laptop fi kanneen biroo, gatii madaalawaadhaan nu biraa argachuu dandeessu.
Teessoon: Marfata 1'ffaa, Galma Magaalaa Naqamtee fuula dura, Awaash Baankii cina.
Odeeffannoo dabalataaf : 0917080127 (Tadele Bekele)
Filannoo keessan Leka Electronics waan godhattaniif guddaa galatoomaa!

Want your business to be the top-listed Shop in Nekemte?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Address

Nekemte, Infront Of Auditorium, Next To Awash Bank
Nekemte