Obsa Olana
Obsa olanatin
Firiin mukaa kamiyyuu osoo minyaa'aa hin ta'in dura hadhaa'aadha! 💥
Kaayyoonis akkana; wal'aansoon ishee guyyaa har'aa nii hadhaa'aa; bor garuu isheematu minyaa'ina isheen si gammachiisa!🌱
Abdii hin kutin, nii ga'ama!
25/03/2026
Sababoota milkaa'ina malee si jiraachisan!
1. Yeroo mijataa eeguu!
2. Namoota ofiifuu hin milkoofnerraa gorsa fudhachuu
3. "Boran eegala" jechuun guyyootii eegallii kee achi bubbutuu
4. Qophaa'uu qofa ta'uu, garuu tarkaanfii fudhachuu dhiisuu
5. Gargaarsaa fi jajjabina namootarraa eeguu
6. Kufaatii sodaachuu
7. Karoora qindaa'aa qabaachuu dhabu
8. Hiriyoota egeree fi mul'ata hin qabne faana michoomuu
9. Qooda milkaa'ina keef hojjettu hariiroo jaalalaa abjuu kee hin fayyadne keessa dhokachuu
(Kan silaa milkaa'ina dhabuu keetti aaruu qabdu, jaalallee keetti aaruu)
10. Ilaalcha gadi bu'aa ofii keef qabaachuu
•••••••••GORSSA DARGAGGOOTAAF••
••••••••••
Barri dargaggummaa bara yartuu dha.Yeroon dargagguummaa yeroo muraasa; dhaabbataa miti, ni darba.Bara dargagguummaa isa yartuu ta'e kana keessatti immoo akka fedha Waaqayyotti jiraatani, Waaqayyoon isa uumaa ofii ta'e gammachiisani darbuun barbachisaa dha. Bara Waaqayyo namaaf kenne keessattis hojii mana Waaqayyo, akkasumaas hojiidhuma biyya lafaa kanaa irraatti fooniin ittiin jiraatan dammaqummaadhaa
n hojechuun dargaggoota hundumaa irraa ni eegama. Warri baruumsa irra jiraanis cimsanii qayyabachuudhaan firii gaarii akka isaan fidan Waaqayyo isaan irraa barbaada. Waanuma hojechuun nu irra jiru yeroo Waaqayyo namaaf kenne keessatti hojeetani darbuun nama irra jira.Sagaleen Waaayyos akkas jedha, "...... yeroo isiniif kenname utuu hin dabarsiin ittin hojjedhaa!" (Efe. 5:16).
Barri dargagguumman kun yeroo itti gaa'ela filatanii dha. Haata'u malee dargaggoonni fedhiidhuma foonii rawwachuuf akkuma warri kaan fuudhan itti ariifachuun gaarii miti. Fuudhaa fi heerumni akka dallaa horii hin diddiiramu. Har'a ijaaramee boor kan diigamee kan biraan immoo geeddaramu miti. Kanaaf dargaggoonni gaa'ela irrattis cimsani itti yaaduun gaarii ta'a.
Kiristaanonni fakkeenya biyya lafaa kana fudhatanii akka fedha biyya lafaatti jiraachun isaan irra hin jiru. Keesumattu dargaggoonni Kiristaanonni of eegachutu isaan irra jira. Barri kun bara itti Kiristaanonni of eeggachuutu isaan irra jira. Barri kun bara itti qaroomina fakkaatee fashiinin gara garaa baayyachaa jiru dha. Dargaggoonni immoo waanuma haaraa dhufuutti gammaduu barbaadu. Warri biyya lafaa akka fedha isaanitti waan biyya lafaa fi bara isa darbu kanaa duukaa bu'uu hin danda'u. Kiristaanonni garuu akkas miti. Sagaleen Waaqayyo hundi keessan beektan (Rom. 12:2) kana dubbata.
Barri dargagguumman yeroo itti waan nama gammachiisu qofa itti hojjechuu barbaadani dha. Garuu inni amma gammachuu fakkaatu kun yeroo inni itti darbe gaabbii fi gadda bara baraa keessa nama buusu dhufuun isaa be
Europe life
With Europe life – I just made it onto their weekly engagement list by being one of their top engagers!
With ETHIO TODAY – I'm on a streak! I've been a top fan for 11 months in a row. 🎉
With Europe life – I just got recognized as one of their top fans!
With ZflixFootball – I'm on a streak! I've been a top fan for 10 months in a row. 🎉
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Metu
OBSA